Reyan KG1-8 primary School

Reyan KG1-8 primary School Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Reyan KG1-8 primary School, Elementary School, Kutaa Mag/Awaashoo Naannoo Masjida Hamzaa, Shashemene.

Maatiin Barattootaa Mana Barumsa Rayyaan hundi keessan baga gammaddan!!Rayyaan Rayyaanuma!!
04/08/2024

Maatiin Barattootaa Mana Barumsa Rayyaan hundi keessan baga gammaddan!!
Rayyaan Rayyaanuma!!

On Registration!
01/08/2024

On Registration!

Carraa kanatti Itti fayyadamaa
17/08/2022

Carraa kanatti Itti fayyadamaa

Tajaajila Bilisaa
*****
Guyyaa boruu (11/12/2014) irraa kaasee guyyoota sadan wolitti aananii jiraniif (hanga 13/12/2014) tajaajila qorannoo Altiraasaawundii ulfaa bilisaan kaffaltii tokko malee ni kennina.

KILINIKA G/G BIILAA
Biilaa Clinic - Shashamane

TEESSOON: Magaalaa Shaashamannee, Ganda 01, gamoo Raadiyoo Fana (FBC), gama irratti nu argattu!
-------‐----------‐---‐-------------------------------------------------------------------
πŸ…±οΈπŸ…ΎοΈπŸ†πŸ…πŸ…€πŸ…•β“’β“£β“β“‘βœ”οΈ



+251 91660 6602
+251 92612 3535

Dhaloota Abdii boroo!Qaroowwan Qara Lamaa! BMBRMaatiin akkasumas Hawaasni nu cinaa dhaabbdhaa nu jajjabeessaa Yaadaafi Q...
23/04/2021

Dhaloota Abdii boroo!
Qaroowwan Qara Lamaa! BMBR
Maatiin akkasumas Hawaasni nu cinaa dhaabbdhaa nu jajjabeessaa Yaadaafi Qeeqa yoo qabaattan nuun gahaa. M/B Rayyaan wajjiin fuuldurri keenya ifa Inshaa'allaah

Daaimman keessan barumsa diinii fi Akkaadaamiitiin qaramanii akka isiniif guddatan barbaadduu?!Kanaafuu Mana barumsa Ray...
17/01/2020

Daaimman keessan barumsa diinii fi Akkaadaamiitiin qaramanii akka isiniif guddatan barbaadduu?!
Kanaafuu Mana barumsa Rayyaan KG1-8 Magaalaa Shaashamannee Ganda Awaashoo 01 Masjida Hamzaa Cinatti argamu Filannoo Keessan jalqabaa haata'u jenna!!

Education is our passport to the future. For tomorrow belongs to the people who prepare it today.   School
12/01/2020

Education is our passport to the future. For tomorrow belongs to the people who prepare it today.
School

Address

Kutaa Mag/Awaashoo Naannoo Masjida Hamzaa
Shashemene

Telephone

+251907471747

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Reyan KG1-8 primary School posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share