Qeeyransaa Vine

Qeeyransaa Vine Qeeyransaa Vine

28/05/2022

Alhamduu lillaah
Alhamduu lillaah
Alhamduu lillaah

Seequun sunnaa Rassuulaati Sallallaahuu Aleeyhi waa Aaliihii wassallam ***(
28/05/2022

Seequun sunnaa Rassuulaati
Sallallaahuu Aleeyhi waa Aaliihii wassallam ***(

28/05/2022

rahmata keetin nuu
Dhaqqabii yaallaah ?

23/05/2022

👉Waraabeessatu mana murtii dhaqee himannaa bane.
Yaa abbaa seeraa nuti lammii biyya tanaa tahuu
wajjiin kunuunsi leencaaf godhamu maaliif nuufis hin
godhamne maaliif ija takkaan hin ilaalamne? Jedhe
Abbaa seeraa : Mee maali kunuunsi isiniin addatti
leencaaf godhamu? jedhee gaafate.
Waraabo: Maqaa Leencaatiin dhaabbilee hedduun
moggafamee osoo jiruu maqaa keenyaan ammoo
tokkolleen moggafamee hin jiru .
fkn.baankii anbassaa
Inshuraansii anbassaa
Anbassaa shaayi
Gadaantii kophee anbassaatu jira .
Abbaa seeraa: Dhugaadha haqa qabdani mee duuba
maqaa keessaniin maal akka isiniif moggaafamu
feetan? jedhee gaafate.
Waraabo: xiqqoo itti yaadee maqaa keenyaan
Telee waraaboo,
Filaansi waraaboo ,
Mazagaajjaa waraaboo
atilleen yoo nutti mufachuu baatte abbaa seeraa
waraaboo osoo jattee moggafattee ni feena
jedheen...kkkk
peejii
irraahi.

19/05/2022

Salluu alaannabiyyi
S,,A,,w,,

Address

Harar
Sebeta

Telephone

+251955239076

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeeyransaa Vine posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Qeeyransaa Vine:

Shortcuts

Share