Bariisaa Lataa

Bariisaa Lataa To reduce a hate speeches !

14/08/2020

Whats mean?

12/05/2020

Hamma fedhe siyaasa beekiis,xiinxaaliis,qabsaa'as ta'i dhaaba tokkoon biyya samsiiste,enyuumma keenya nurra mulqiite turtee yoo jettees,garuu immo warra nu gabroomse,nu saame,kan ajjeessee,kaan immo hidhe warra kaan biyya ormaatti baqaachiise dhaaba tortoora siyaasni isaaniis tortoora wajjiin maaliif?akkamiittii? maal buusuuf? nu miidhuuf moo nu fayyaduuf teesse midia isaaniirratti mari'attaa? Moo waanti isaa muxaanno irra argaadheen ittiin ofi angeessaaf afaan kee baante achiirra hamoommaattaa? hhhhhhh moo atiis gursha isaaniitu sitti mi'ee si qubsuu dadhaabnaan itti deeddeebiitaa? Kana ree siyaasni isiin beektaan bakka buddeen jiruu akka saree jara wajjiin kan maqaaleetti galtan !

10/05/2020

Tokko tokko na dhaggeeffadha korona dhiisatii jedha;koronanis na dhaggeeffadha jedha.garuu enyuun dhageenyaa nuti?

10/05/2020

as i forcast covid 19 it became to overcrowed in future.

10/05/2020

Akka Ofii isaatti hunduu ani sirridha jedha kanaf immo kan ofii ol qabee kan nama bira immo tuffata !

Address

Sebeta

Telephone

+251919730311

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bariisaa Lataa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share