05/04/2023
Lamaaniin (Margaa Gonfaa fi Buzaayyoow Gurmeessaa) Yunivarsiitii Arsiitti barsiisu. Walfuudhanii ijoollee 4 horatanii jiru. Doktoroota, Narsootaa fi Ogeessota fayyaa hedduu biyyaaf omishanii jiru. Har'a garuu namoonni biyyaaf waan guddaa oolan kun rakkoon tokko isaan muudatee jira. Innis, haati ijoollee afurii umriidhaan baay'ee kichuu, ammas beektotaa fi hayyoota baay'ee omishuuf, hunda caalaa ijoollee ishee arfan iddoo guddaadhaan gahuuf jettu Kaanserii balbala gadameessaatiin dhukkubsattee biyya alaatti waal'ansa argachuu akka qabdu murtaa'ee jira. Isaanis, nuti qarshii wanta kanaaf ta'u hin qabnuutii, lakkoofsa Heerregaa Baankota armaan gadiitiin akka nu gargaartaan maqaa waaqaatiin isin gaafanna jedhu. Wanta dandeessaniin cinaa dhaabbadhaa!!!
1. Lakk. Herrega Baankii Daldalaa Itoophiyaa 1000535235337
2. Lakk. Herrega Baankii Awaash 013831103286200
3. Lakk. Herrega Baankii Gamtaa Oromiyaa 1017000096947
4. Lakk. Herrega Baankii Oromiyaa 1346912000001
Maqaa Barsiisaa Margaa Gonfaa fi Barsiistuu Buzayyoo Gurmeessaa tin banamee jiru nu deggara. Ebbifamaa!
Lakk. Bilbilaa 09 11 93 75 22 Barsiisaa Margaa
Lakk. Bilbilaa 09 12 68 48 84 Barsiistuu Buzayyoo jechuun qunamaa!!!