Arabic learning

Arabic learning Arabic learning easy

Bakka Duwwaa kana guutaa
10/10/2023

Bakka Duwwaa kana guutaa

10/10/2023
Halkan salaata subhiitiif hin azaanamne Nibeeytaa!???Mee dubbisi..Halkan hunda keysatti salaata subhiitiif Ni'azaanama. ...
28/04/2023

Halkan salaata subhiitiif hin azaanamne Nibeeytaa!???

Mee dubbisi..
Halkan hunda keysatti salaata subhiitiif Ni'azaanama. Garuu halkan tokko kan salaata subhiitiif hin azaanamneetu jira, Inniniis Halkan malaa'ikoonni sitti dhufanii Rabbiin kee eenyu? Amantii tee
maali? Nabiyyiin kee eenyu? Ja'anii sigaafatani..?
Halkan malaa'ikoonni sitti dhufanii, Yaa ilma namaa gaafa dhalattu dilii cufarraa qulqulluu (bilisa) turte. Arra garuu qaamni kee guutuun diliidhaan guutamee jira siin ja'ani...!
Halkan Dalagaan tee sibuhaarsitu...!
Halkan yoo addunyaarratti kheeyrii hojjattee jiraatte, hulaa jannataa siif banani, Firaasha jannataa siif afani, Qabrii tee siif ballisanii, Dukkana qabrii siif ibsani...!
Halkan aduun iddoo duraan seenteen (dhiiteen) deebitee baatu...!
Halkan san keysatti ija rahmataatiin rabbi nuhaa laalu.
Dukkana qabrii rabbi nuuf haa ibsu..
Rakkoo, fitinaa fi azaaba qabriirraa najaa nuhaa baasu! Amiiiiiiiin...

04/12/2021
To say
04/12/2021

To say

Sentence
04/12/2021

Sentence

7 Days
19/11/2020

7 Days

Address

Robe

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Arabic learning posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Arabic learning:

Shortcuts

Share

Category