Warra Baalee

Warra Baalee Baalee biyya Goototaa💖

 Jijjiiramni sirritti jira!
22/07/2025



Jijjiiramni sirritti jira!

04/09/2024

Wal-dhabuurratti walii-gallee,
Walii-galuurratti wal-dhabne!

18/07/2024

𝐌𝐚𝐦𝐦𝐚𝐚𝐤𝐬𝐚

Yoo na guddisan hamma Arbaan gaha, yoo na dhiisan hamma Tafkiin gaha jette Dubbiin!

Hordoftoonni amantaa Kiristiyaanaa hundi baga guyyaa yaadannoo du'aa ka'uu Gooftaa Yesuus Kiristoosiin isin gahe!
05/05/2024

Hordoftoonni amantaa Kiristiyaanaa hundi baga guyyaa yaadannoo du'aa ka'uu Gooftaa Yesuus Kiristoosiin isin gahe!

Paarkii biyyoolessaa gaarreen Baalee!Bale mountains national park!Suuraa: Visit Oromia
09/04/2024

Paarkii biyyoolessaa gaarreen Baalee!
Bale mountains national park!

Suuraa: Visit Oromia

02/03/2024

"Your time is limited, don't waste it living someone else's life."

09/01/2024


"Kan ilkaan hin qabne
akaayiitti maraacha"

Holqa guddicha Afrikaa, Holqa Soof-Umar!
28/11/2023

Holqa guddicha Afrikaa, Holqa Soof-Umar!

  Baalee
26/10/2023

Baalee

19/10/2023

Sabni garraamiin akka Oromoo kootii garuu
Iddoo biraa lafa kanarra eessayyuu hin jiru!!

10/10/2023

Oromiyaan malee 'xagaa' miti!

Mucayyoo sanatti himaa!

10/10/2023

Callisuun waan dubbatan dhabuu miti!

Address

Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Warra Baalee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share