Mujib Shafi Mohammed

Mujib Shafi Mohammed I am a teacher.

22/04/2024
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Beyan Barudin Hassen, Jamaal Daawid Abdi, Jamaal Ahamad A...
10/04/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Beyan Barudin Hassen, Jamaal Daawid Abdi, Jamaal Ahamad Abdii, Sadaam Abbu, Muktaar Musxafaa, Ibraahim Abuu Bakar, Abdi Umar, Awlo Ahamed, Quuluu Qoraasumaa

06/08/2023

አራት ኪሎ ለመግባት ሁለት አማራጮችን መጠቀም ያስፈልጋል።
1. 200 ብር ከፍሎ መጎብኘት
2. ምርጫ ላይ ተሳትፎ በማሸነፍ

ሁለቱም ስርዓት አለዉ። ስርዓቶችን አለመከተል ደግሞ የሀገር ህልውናን መንካት ነው። ለሱ ደግሞ ትዕግሥት አይኖረንም. (።ነጥብ)

መልዕክቱ የ Jafar Mustefa ነው።

Ergama Biyyaalessaa🙏
06/08/2023

Ergama Biyyaalessaa🙏

ሚዛን አማን የደቡብ ንምዕራብ ኢትዮጵያ ህዝቦች ክልል ዋና ከተማ!በነገራችን ላይ ክልሉ የህዝብ ጥያቄ ዉጤት መሆኑን ታዉቃላችሁ?
30/07/2023

ሚዛን አማን የደቡብ ንምዕራብ ኢትዮጵያ ህዝቦች ክልል ዋና ከተማ!

በነገራችን ላይ ክልሉ የህዝብ ጥያቄ ዉጤት መሆኑን ታዉቃላችሁ?

Harkisa lafaafi namaa!Hin dhalatta hin guddattaTurtee dulloomtees duutaaMurtii uumaati taanaan immoo,Dhalattees 'shafaa'...
29/07/2023

Harkisa lafaafi namaa!

Hin dhalatta hin guddatta
Turtee dulloomtees duutaa
Murtii uumaati taanaan immoo,
Dhalattees 'shafaa' taataa
Yookiin gidduu kanattuu kichuutti cittee haftaa
Dhalattee duuti jiraachuun
Seera uumaa ta'uu beektaa?

Dhalachuu fi du'uun kunuu seera uumamaatii beekkadhu
Ka'umsaa fi ga'umsa gidduutti qormaata hedduu eeggadhu
Olka'uu fi kufuu keessatti harkisa lafaa hubadhu
Seeraa uumaa waan ta'eef kuftu ka'uuf jabaadhu!
Ciistee hin gangalatinii fuuldurumatti hiixadhu
Guula harkisa lafaatiif beekamtii guddaa laadhu.

Deemsa jireenyaa gubbaa harkisa lamatu jiraa
Guulli harkisa lafaa iccitiin isaa Waaqa biraa
Kan Guula harkisa namaa immoo jibbaa fi inaaffaa biraa
Isa kana falmachuudhaaf aangoon harka kee jiraa
Hin ta'u jedhii didi kuftus ka'i adaraa
Abdii kuttee hin hafin namarras rabbi jiraa
Cimiitii tattaaffadhu harkisa ilma namaarraa
Harkisni ati moo'uu hin daanye kan rabbii malee eessa jiraa?

Rabbi jira jedhiitii keessa keetiin amani
Karra cufame mara tattaaffadhuutii bani
Abdii uumaa keetiitiin gahuuf kaa'adhu manii
Danqaraa hunda cabsii kaayyoo kee gubbaa aani
Nan danda'a jedhiitii dura onnee kee bani
Manii kee bira gahuuf waanta gootuuf of kenni
Guula harkisa namaa akka cabsitu amani!!

Wanta lakkooftu keessatti ka'umsi lakkaawwii tokkoo
Ati bal'inuma waami hangam hammaatus rakkoon
Raftee abjoottee ka'uun gonkumaa hin qabu sookkoo
Osoo hin rafin abjoodhuu tattaaffadhu arguuf hiikoo

Raftee abjootaa ooluun abjuu ta'ee siif hafaa
Abjuu kee bira gahuuf ammuma ka'i lafaa
Harkisa ilma namaatiin moo'amtee hin ta'in naafa
Fiixee milkaa'inaa gahuun harkuma keetiif laafaa
Harkisni ati hin moo'annne isa kan Rabbii qofa🙏

Innaa imaluuf kaatu mul'ata kee fageessi
Galma guddaa bocadhuu, tarsiimoodhaan karoorsi
Kutannoodhaan hojjadhuu milkaa'ina dhugoomsi
Harkisa lafaa malee, harkisa namaa cabsi!!

23/07/2023

Check out Mujib's video.

Address

Ejersa Goro
Oromia Region

Telephone

+251928562796

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mujib Shafi Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category