Phraol's_thoughts

Phraol's_thoughts Yaadi! Eeyyen, xiinxali . Xiinxallii irraa waan baayyee baratta. Argatta! Argitaas!

05/06/2022

Tokkummaan waan hunda....


Yas În Sheko
Nebiy Tintagu
Tintagu Nur
Finfinne Press

14/01/2022

Moo'uuf malee...mo'amuum hin jiraatin!


07/01/2022

!

Waan Ajaa'ibaa namni gariin kan ofiifuu hin qabne namaaf kennuu jaalata, gariin ammoo kan hedduu qabu xiqqollee kennachu...
07/01/2022

Waan Ajaa'ibaa namni gariin kan ofiifuu hin qabne namaaf kennuu jaalata, gariin ammoo kan hedduu qabu xiqqollee kennachuun itti ulfaata!

Rabbiin Qabeenya nuuf kennee Arjoomuu nuuf haa laaffisu.

02/01/2022

Abju'achuu yoo dandeesse,
Gochuus dandeessa💪👌
Warra Waan Dansaa Abju'achuu danda'u Uumaan nu haa godhu.

⚫️🔴⚪️

Address

Ogolcho

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Phraol's_thoughts posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share