Himaaltuu

Himaaltuu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Himaaltuu, Nekemte.

11/04/2022

Himalaa waan tokkof tasifaamuu kayyoo qabaa namnii dhunfaas ta'e gareen himaalaa godhaan tokkoo kessaatii himaalii isaan tasisaan himalaa galmaa qabuu ykn kayyoo qabudhaa yeroo kanaa wantaa Sanaa galmaan ga'uuf harsaa edduu isaan gafachuu dandaa hojjii hojetaamuu kaam kessatuu harsaa kafaaluun nii jirataa yeroo kanaa himaalii kayyof godhaamuu sun ulfachaa yoo dhufee namniis har ca'aa yoo dhufaan kayyoon sun hin gaaluu garuu namonii suun gaaluu danda'u yeroo kanaas namnii himilaa Sanaa galmaan ga'uu ittii jijiraamuu dandaa kayyoon gaaruu isumaa Sanaa dhaa ittii fufaa

03/04/2022

Imaalii himalaa kayyoo qabudhaa kaan galmii isaa galmaa sirrii ta'e

22/03/2022

Imaalaa jechuun imaalaa bakkaa tokko garaa bakkaa tokkotii godhaan qofaa mittii imaalii wantaa bayyee of kessaa qabaa bodaa iraa qabadheen isiinif dhihadhaa

Address

Nekemte

Opening Hours

09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Himaaltuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share