Milki Health science TC

Milki Health science TC Center of empowering Minds We will provide you with information that is related to health care.

19/08/2026

Barattoota muummee fayyaa qormaata isa xumuraa Licensure exam kan qoramaa jiran kadhannaa keessan keessatti yaadadhaanii.

Licensure exam/COC yuunivarsiitii Wallaggaatti kan qoramtan  kutaa qormaataa keessan ilaalladhaa.https://t.me/milkiHSC
19/08/2026

Licensure exam/COC yuunivarsiitii Wallaggaatti kan qoramtan kutaa qormaataa keessan ilaalladhaa.
https://t.me/milkiHSC

17/08/2026
 Akka kanatti hanga gaafa jela bultii qormtaatti akka kanatti deemnaan Yaadoon qormaata bahiinsaa hinjiraatu.Ji'a 2ffaa,...
14/08/2026


Akka kanatti hanga gaafa jela bultii qormtaatti akka kanatti deemnaan Yaadoon qormaata bahiinsaa hinjiraatu.
Ji'a 2ffaa, Torbee 1ffaa guyyaa 1ffaa sagantaa 'Exit_Exam 2019 online tutorial' hardha galgala sa'a 2:30 irratti kan eegalu taha.
Qormaata bara 2019 fagootti ilaaluun barnoota jiran hunda xumuruun qophoofnee eeguun gaafa qormaatni gahu immoo qormaata kana duraa hojjechuutti kan deebinu taha.
Bakka 'Network' hinjirres yoo jiraattan sagantaan barnootaa keenya sa'a kamittuu kallattiin waraabamee garee keessa waan taa'uuf yaaddoo hinqabaatiinaa.
Galmaa'uuf nuqunnamaa.
0917047563.
Telegram keenya
https://t.me/milkiHSC

14/08/2026

Waan uummatni keenya Wallagga Bahaa ganda Angar Guutee keessa jiru heddu nama gaddisiisa😭

13/08/2026

‘License’ keessan fudhattanii kan jirtan mee harka baasaa?

Licensure exam/COC kan kana duraati shaakalaa.Guutuu isaa argachuuf link armaan gadii cuqaasaa https://t.me/milkiHSC
13/08/2026

Licensure exam/COC kan kana duraati shaakalaa.
Guutuu isaa argachuuf link armaan gadii cuqaasaa
https://t.me/milkiHSC

Barattootni Licensure exam/COC qoramuuf jettan link https://t.me/milkiHSC kana cuqaasuun waan isin fayyadu waan baayyee ...
13/08/2026

Barattootni Licensure exam/COC qoramuuf jettan link https://t.me/milkiHSC kana cuqaasuun waan isin fayyadu waan baayyee siniif maxxansinee waan jirruuf deemuu shaakalaa.
Milkiin Galaa

Barattootni 'Licensure exam/COC' fudhachuuf jettan, Jirtuu? Jirra jedhaa,  Eessaa akka nu hordofaa jirtaniif muummee kee...
13/08/2026

Barattootni 'Licensure exam/COC' fudhachuuf jettan, Jirtuu?
Jirra jedhaa, Eessaa akka nu hordofaa jirtaniif muummee keessan nuuf barreessaa, waan isin fayyada jennu siniif gadhiisnaa. https://t.me/milkiHSC

Beeksisa hojii Qormaataaf kan darbitan kunooti👇Biiroon Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee guyyaa 22/11/2018 G.C. Gaaze...
12/08/2026

Beeksisa hojii
Qormaataaf kan darbitan kunooti👇

Biiroon Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee guyyaa 22/11/2018 G.C. Gaazexaa "Addis Zemen" irratti baasee tureen muummeewwan ogummaa fayyaan adda addaan hospitaalota bulchiinsa magaalichaa keessatti beeksisa intarneetiin baaseen, bakka adda addaa irratti kan galmooftaniifii maqaan keessan armaan gaditti ibsame qormaata barreeffamaaf kan filatamtan ta’uu ibsa.
Guutuun odeeffannoo kanaa kunooti
https://t.me/milkiHSC

Address

Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Milki Health science TC posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Milki Health science TC:

Shortcuts

Share