Qeerroo ilma WBO

Qeerroo ilma WBO Akka urjii samiirraa ifa biiftuuti kaayyoon Gootota haqaa.

Permanently closed.
Gaaf of taate gaaf wal taate Ulfaatina keetu fagoodhaa mul'ata!Gumaan hin dulloomu
13/08/2026

Gaaf of taate gaaf wal
taate
Ulfaatina keetu fagoodhaa
mul'ata!
Gumaan hin dulloomu

โœ…๐๐ฎ๐ญ๐ข ๐ฐ๐š๐š๐ง ๐›๐š๐š๐ง๐ž๐ž๐Ÿ ๐›๐ž๐ž๐ค๐ง๐š ๐จ๐Ÿ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐š๐ฆ๐š๐ง๐ง๐š. โœ…๐ก๐š๐š๐ฆ๐ข๐ฅ๐ž๐ž๐Ÿ ๐œ๐ข๐œ๐ก๐จ๐จ๐ฆ๐ข๐ง๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ๐ง ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐ฒ๐จ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐š๐ง ๐ฃ๐ข๐ฃ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐ฆ๐ฎ๐ฎ ๐Œ๐ข๐ญ๐ข ๐ข๐ฆ๐š๐š๐ง๐š...
11/08/2026

โœ…๐๐ฎ๐ญ๐ข ๐ฐ๐š๐š๐ง ๐›๐š๐š๐ง๐ž๐ž๐Ÿ ๐›๐ž๐ž๐ค๐ง๐š ๐จ๐Ÿ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐š๐ฆ๐š๐ง๐ง๐š. โœ…๐ก๐š๐š๐ฆ๐ข๐ฅ๐ž๐ž๐Ÿ ๐œ๐ข๐œ๐ก๐จ๐จ๐ฆ๐ข๐ง๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ๐ง ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐ฒ๐จ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐š๐ง ๐ฃ๐ข๐ฃ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐ฆ๐ฎ๐ฎ ๐Œ๐ข๐ญ๐ข ๐ข๐ฆ๐š๐š๐ง๐š๐š ๐๐ก๐š๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐ša๐ญ๐ฎ ๐ง๐ฎ ๐ก๐š๐ซ๐ค๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐š ๐ฐ๐š๐š๐ง ๐ญ๐š'๐ž๐ž๐Ÿ ๐Ÿฆ…๐Ÿฆ…๐Ÿฆ…๐Ÿฆ…๐Ÿฆ…๐Ÿฆ…
Qabsoon sabichaa nuun galma geessi!

Oromoof Itoophiyaan wal hin beekan.Wal barsiisuuf,Itoophiyaan dhugaa Oromoo galchuu qabdi.  .
10/08/2026

Oromoof Itoophiyaan wal hin beekan.
Wal barsiisuuf,Itoophiyaan dhugaa Oromoo galchuu qabdi. .

๐Ÿ’ฅJijjiiramni hundi yaaduu irraa kan jalqabu yoo ta'u kallattii ati itti seentu keessatti gahee guddaa qaba. Sababni isaa...
06/08/2026

๐Ÿ’ฅJijjiiramni hundi yaaduu irraa kan jalqabu yoo ta'u kallattii ati itti seentu keessatti gahee guddaa qaba. Sababni isaas wanti ati fuuldura kee kaa'attu waan gara itti deemtu yoo ta'u wanti ati duuba kee kaa'attu ammoo waan irraa fagaattudha.
โ˜†Yaadni kee gocha keef boba'aadha!!!

๐ŸชขAddunyaa kana irratti dhugaa Qabaachuu  kee irra Humnaa Qabachuutu gatii  guddaa qaba dhugatti  osoo hin taane   Humnat...
05/08/2026

๐ŸชขAddunyaa kana irratti dhugaa Qabaachuu kee irra Humnaa Qabachuutu gatii guddaa qaba dhugatti osoo hin taane Humnatti amanti waan ta'eef!!

โ€Žโค๏ธHAQNI KEENYA BILISUMAA KEENYA DHAโค๏ธโ€Ž______________________________________________โ€ŽDukkanna garbummaa balleessinee If...
03/08/2026

โ€Žโค๏ธHAQNI KEENYA BILISUMAA KEENYA DHAโค๏ธ
โ€Ž______________________________________________
โ€ŽDukkanna garbummaa balleessinee Ifa bilisummaa arguuf jecha Baroonni nuti dabarsinee dhufnee har'a geenye kun baroota nuti utuu of hin qusatin bilisummaa keenya gonfachuuf hojjennee dabarsine dha.Nuti warra rakkinniif cunqursaan akkasuma haalli hamaaf gaariin kamiyyuu ejjennoo keenya nu jijjiirsisuu dadhabe dha.Rakkoon kamiyyuu sichi yoo dhufe rakkina nuti injifannee dhufne sana hin caalu.Akkasuma tooftaaf malli diinni ittiin nu balleessuuf ykn ittiin nu dadhabsiisuuf fayyadamaa ture inni sichii isa nuti cabsinee moonee dhufne sana hin caalu.Harra jabinni keenya diina keenya laaffiseera gatiin sichi bilisummaa keenya gonfachuuf kaffallu isa kaffallee dhufne sanaan gadi dha.
โ€Ž Nuti warra abdii hin kutanne dha injifannoonis nu warra abdii hin kutanne qofaan akka mirkana'uu firattis diinattis agarsiisneerra.Nuti qabsaa'ota bilisummaa keenyaaf qabsa'aa jirru ta'uu keenya addunyaa guutuuf raggaasisneerra.Haqni keenyas Bilisummaa keenya qofa akka ta'ees addunyaan hubatteetti.hanga waan jennee manaa baane sana taasisnuttis boqonnaa ofiif hin laannu. Bilisummaan keenyas fuuldura keenya waan jiruuf bilisummaa keenyaa wajjin wal dhuunfachuuf walitti deemaa jirra.
โ€Ž
โ€ŽNuti Gamnoota Gamtaa jabaa qabani dha,Gamnooti Gamtaa jabaa qabanimmoo mo'oo dha mo'aamoo miti.kanaaf Afaan guunnee OROMIYAA ni bilisoomsina jennee dubbanna.
โ€Ž
โ€Ž โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธIFNI JIRAโค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ
โ€Ž
โ€Ž
โ€ŽOROMIYAA NI BILISOOMSINA โœŠ๏ธ
โ€Ž
โ€ŽINJIFANNOON KAN SABA OROMOOTI โœŠ๏ธ
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž
โ€Ž

      namni   Jaalattu lakkofsa 1 barreessi
29/07/2026



namni Jaalattu lakkofsa 1 barreessi

โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ         Qeerroo ilma WBO
28/07/2026

โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ
Qeerroo ilma WBO

"Haqaaf kan kuftanii, jirtu yoomuu jirtuu,Galmee seenaa irraa, nutti calaqqiftuu.Kuufattanii qabduu, seenaan dagatamnee,...
26/07/2026

"Haqaaf kan kuftanii, jirtu yoomuu jirtuu,
Galmee seenaa irraa, nutti calaqqiftuu.

Kuufattanii qabduu, seenaan dagatamnee,
Haqaaf laqan qabuu, dhiigaan katabamee.

Dungoo nuuf taatanii, nuuf madditan ifaa,
Ofii gubattanii, dhumtan akka gucaa

Fooniin dhibamtaniis, jirtu seenaaf maqaan,
Yoomuu sin yaadannaa, qabsaahota haqaa".

JAAL MOO'II TUFAA fi JAAL BOORUU KAAYYOONKEESSAN ITTI FUFA..
๐Ÿ”ด๐ŸŸข๐Ÿ”ด

Address

Mesela

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeerroo ilma WBO posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share