30/04/2021
Araarii biyyaalleessaa haalan barbachisa, Ani sababa hojiitiif naannoo Tigray& Ahmara deemeen ture,waan hedduun hubadhee yeroo kannati namnii oromoo taanee hanga dandeenyuun tokkummaa,dhiigama walii gochuu qabna: sareen ufii walnyaatu diina wallirraa dhoogitu,waan walii dhabne malee waan irraati waldhabne qabna? Wanti wajjiin dhabne bilisummaa fi walabumaadha, think diini keenya gaafa nu balleessuu addaan fooyyee miti.please take care!!!!