Mechara Secondary School 9_12

Mechara Secondary School 9_12 QUALITY EDUCATION FOR ALL!!!

** Education Is Your Most Powerful Tool To Change Not Only Your Life But The Whole World Around You.

It Is More Than A Way To Overcome Challenges—It Is The Key To Fighting Poverty And Unlocking Opportunities.

 fans
05/08/2026

fans


‎ # # # # # # # #
‎BBO, Adoolessa 29/2018 Hoggantootni barnoota Godinaaleefi Bulchiinsa magaalotaa hundi barattoota kutaa 12ffaa xumuranii ulaagaa sartifikeetii barachuu barbaadan leenjii Kaadhimamtoota barsiisotaa Barnoota Bu'uura Boruu sadarkaa sartifikeetaan qofaan ganna ji'a hagayyaa irraa eegalee leenjisuuf qophiin Kolleejjii Barnootaa Barsiisotaa Kampaasii Yunv.Naannoo Oromiyaa (OSU)fi Manneen Barnootaa Bultii Addaa (MBBA) waliin taasifamee waan jiruuf, guyyaan galmee Adoolessa 30/2018 - Hagayya 4/2018tti galmaa'anii, calalamanii, qoramanii, barattoonni darban gaafa 10/12/2018 irraa eegalee leenjiin kan eegalu ta'uu beektanii haala akka mijeessitan hubachiisaa, barattoonni ulaagaa guuttaniifi leenjitanii barsiisuuf fedhii qabdan KBB 13 qabnu hundarratti guyyaa armaan olitti taa'e keessatti deemtanii akka galmooftan hubachiisaa caasaan sadarkaa Godinaa/Bul.magaalaa hanga sadarkaa aanaa/kutaa magaalaatti jirtan beeksisni galmee guyyaa har'aa 29/11/2018 akka maxxansamu irra deebinee isin hubachiifna.

[🖼 DHUGAA WAA'EE BARSIISAA FI BARSIISUMMAA. 1.Barsiisonni ogummaa hawaasa keessa jiru hunda irratti dhiibbaa uumuu danda...
29/07/2026

[🖼 DHUGAA WAA'EE BARSIISAA FI BARSIISUMMAA.

1.Barsiisonni ogummaa hawaasa keessa jiru hunda irratti dhiibbaa uumuu danda’u.
2.Barsiisuun barnoota idilee irra darbee Amalaa fi sona gaarii bocuu danda’a.
3.Barsiisaa gaariin kallattii jireenya barattootaa jijjiiruu danda’a.
4.Barsiisonni yeroo baayyee hamma kaffaltii caalaa hojjatu.
5.Barsiisuun beekumsa qofa osoo hin taane bilchina xin-sammuu barbaada.
6.Barsiisaan barataa umrii guutuuti.
7.Milkaa'inni daree baay'ina barattoota daree caalaa qulqullina barsiisaa irratti hundaa'a.
8.Barsiisonni yeroo hunda haala barumsaa adda addaatti madaquu danda'u.
9.Dhiibbaan barsiisuu erga barumsi xumurme boodallee yeroo dheeraa turuu danda'a.
10.Barsiisonni kallattiiniis ta'ee al kallattiin humna fakkeenya guddaa qabu.

Maddi:- Kan Dubbisneerraa@@@]
DHUGAA WAA'EE BARSIISAA FI BARSIISUMMAA.

1.Barsiisonni ogummaa hawaasa keessa jiru hunda irratti dhiibbaa uumuu danda’u.
2.Barsiisuun barnoota idilee irra darbee Amalaa fi sona gaarii bocuu danda’a.
3.Barsiisaa gaariin kallattii jireenya barattootaa jijjiiruu danda’a.
4.Barsiisonni yeroo baayyee hamma kaffaltii caalaa hojjatu.
5.Barsiisuun beekumsa qofa osoo hin taane bilchina xin-sammuu barbaada.
6.Barsiisaan barataa umrii guutuuti.
7.Milkaa'inni daree baay'ina barattoota daree caalaa qulqullina barsiisaa irratti hundaa'a.
8.Barsiisonni yeroo hunda haala barumsaa adda addaatti madaquu danda'u.
9.Dhiibbaan barsiisuu erga barumsi xumurme boodallee yeroo dheeraa turuu danda'a.
10.Barsiisonni kallattiiniis ta'ee al kallattiin humna fakkeenya guddaa qabu.

Maddi:- Kan Dubbisneerraa@@@

Mechara Secondary School 9_12 Mechara High

📢 Ergaa Yaamichaa – Tajaajila LammummaaMana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Machaaraa:- Barattoota Bara 2018 kutaa 12ffaa xumura...
23/07/2026

📢 Ergaa Yaamichaa – Tajaajila Lammummaa

Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Machaaraa:-

Barattoota Bara 2018 kutaa 12ffaa xumuranii fi University garagaraa irraa boqonnaa gannaa tiif Magaala Machaaraa jirtan Hundaaf:-

Kabajamoo barattoota keenya bara 2018 qorumsa seensa university qoramtanii fi dhaabbilee barnoota sadarkaa olaanaa barachaa turuun boqonnaa gannaatiif maatii bira jirtan marti:- Hunda dura Nageenyi keenya isin haa dhaqqabu! Itti aansuun:-

Bara 2018 barnootaan hojii cimaa hojjachaa turuun qormaata milkaa'inaan waan xumurtaniif ganna kana boqonnaan dabarsaa akka jirtan ni hubanna, nagaan xumuruu keessaniifis gammachuu guddaatu nutti dhagahama. Hundi keessan qabxii olaanaa akka galmeessitan hawwwii keenya!
Amma ammoo yeroo boqonnaa kana keessatti boqonnaa qofaan osoo hin taane hojii eebbifamaa namaaf Uumaa birattis jaalatamaa tahe karaa beekumsaan, humnaa fi yeroo keessan hawaasa keessaniif oolchuun hojii kenna tajaajila lammummaa irratti hirmaachuun baayyee barbaachisaadha!
Kanaaf, Manni Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Machaaraa barattoota keenya hunda kabajaan waamicha isiniif dhiyeessa.
@@@
Hojiilee Tajaajila ganna bara 2018 kanatti karoorfaman:-
@ Unifoormii, dabtara, kitaabilee wabii fi qalama sassaabuu..
@ Tutorial kutaa 9_12 kennuu(barattoota university irraa dhufaniin)
• Mana barumsaa fi naannoo qulqulleessuu.
• Biqiltuu dhaabuu fi kunuunsuu.
• Barattoota quxisoo gorsuu fi deeggaruu.
• Hawaasa keessatti hojii tola ooltummaa adda addaa irratti hirmaachuu.
• Tokkummaa, nageenya fi jaalala hawaasaa cimsuuf hojiiwwan fedhii irratti hundaa'an hojjachuu.
Haaluma kanaan ammumaa eegalee hojii tajaajila lammummaa (barattoota harka qalleeyyiif kan oolu:- Unifoormii, dabtara, kitaabilee wabii fi qalama walitti qabuun mb'f gumaachuu) irratti fedhiidhaan akka hirmaattan isin affeerra.
• @ Gumaacha keessan qabachuun gaafa adoolessa 20/2018 ganama sa'aa 2:30 mooraa mb sad.2ffaa Machaara tti qaamaan akka nuuf argamtan Mb kabajaa fi jaalaan yaamicha isiniif taasisee jira. HUBADHAA****

Hirmaannaan keessan hawaasa, maatii fi dhaloota itti aanuf fakkeenya gaarii ta'a. Akkasumas muuxannoo jireenyaa, hojii garee fi itti gaafatamummaa keessan daran cimsuuf carraa guddaa isinif uuma.

Manni Barnoota Sadarkaa 2ffaa Machaaraa hojii gaarii isin raawwattan ni dinqisiifata; Waraqaa Ragaa hirmaattotaaf ni qopheessa gara fuulduraattis akka itti fuftan abdii guddaa qaba.

"Lammummaan gaariin hojii gaarii irraa jalqaba."

Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Machaaraa
Bulchiinsa Mana Barumsaa

Share for Others.....

Guyyaa 13/11/2018  Godina Harargee Bul/Mag/Machaaraa- Miicataatti Qormaanni Kutaa 12ffaa Bara 2018 karaa 'Online' ta'een...
20/07/2026

Guyyaa 13/11/2018

Godina Harargee Bul/Mag/Machaaraa- Miicataatti Qormaanni Kutaa 12ffaa Bara 2018 karaa 'Online' ta'een Giddugala CBT Sad.2ffaa Machaaraatti marsaa 2ffaa _ 5ffaa tiin guyyaa 26/10/2018 hanga 13/11/2018 tti karaa nagaafi tasgabbii qabuun kennamaa ture har'a waaree booda xumurameera.

Qophii haalduree irraa eegalee hanga qorumsi kun xumuramutti Qaamonni milkaa'inaan kennamuu qormaatichaaf gumaacha taasisaa turtan maraaf galanni keenya olaanaadha. Hedduu galatoomaa!! !

Barattoota keenyaafis carraa gaarii hawwina!

The G_12 Entrance Examination, Rounds 2–4, which had been administered at Mechara Secondary School Examination Center, w...
15/07/2026

The G_12 Entrance Examination, Rounds 2–4, which had been administered at Mechara Secondary School Examination Center, was successfully concluded this afternoon, July 8, 2018 E.C.,with the Economics examination.
%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%
🌟🎓Congratulations to all the students who have completed the UEE exams this afternoon!.
🎉 Your hard work, perseverance, and determination have brought you this far. We are proud of your efforts and wish you every success as you await your results. May your dedication be rewarded with outstanding achievements, and may the next chapter of your academic journey be filled with even greater opportunities.
🌟🎓
✅️May Allah be praised for your hard work and dedication. 📚 Now it's time to relax, recharge, and explore the world around you!
👉From Now on ward till result released, Enjoy reading**📚📚📚 religious books for spiritual growth, entertainment books for fun and escape, and historical books to learn from the past. Helping elders is a wonderful way to give back and learn valuable life lessons. And don't forget to practice your English-speaking skills!
🍂🍃 I always, all wishing you the very best on your exam results. 🌟🎓
🙏 May Allah grant you strength, wisdom, and success!
📚📚📚
Best wishes for a bright and successful future!
🌟Thank you and keep shining!
*******Si haa milkeessu...! 🌷

✅️ Seyidu J Ahmed(MSc).
MSS,15th July 2026,
********************

👉Dhumarratti gaafii qaba...😊😊
Q?? Qormaanni akkam fudhatte akkam ture? Maaltu Sitti dhagahame???
Comment.....

Dear Social Science STS,  -----,-----   ,-----   ,-----   ,----- The Grade 12 National Examination – Round 4 for the Soc...
12/07/2026

Dear Social Science STS,
-----,----- ,----- ,----- ,-----
The Grade 12 National Examination – Round 4 for the Social Sciences stream, which will be administered using the Computer-Based Test (CBT) system, will begin tomorrow morning.
***********************
As you stand at the threshold of one of the most important milestones in your academic journey, I would like to extend my heartfelt best wishes for success in your 2018 entrance_examinations.
-----,----- ,----- ,----- ,-----
This moment is a reflection of your hard work, discipline, and determination.
—but also the tireless support of your dedicated teachers, who have poured their knowledge, energy, and care into preparing you, and your families, who have sacrificed and stood by you every step of the way.
@@ @@@@@@ @@
I sincerely thank all the educators and parents who have played such a vital role in shaping your potential.
May Allah bless you with clarity of thought, confidence, and strength throughout your exams. May you become individuals who bring pride and positive impact to your families, schools, and your country.
-----,----- ,----- ,----- ,-----
Remember: This exam is not just a test of knowledge, but a gateway to the bright future you’ve been working toward.

Stay focused, believe in yourself, and give it your very best.

We wish all candidates the very best of success!

Good luck—you’ve got this!

Warm regards,
✍Seyidu J

Address

Infront Of Mechara_Michata City Administration Office
Harerge

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00

Telephone

+251989906089

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mechara Secondary School 9_12 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Mechara Secondary School 9_12:

Shortcuts

Share