Leman TVET College

Leman TVET College The vision of Leman TVET College is producing competent trainees

18/11/2025
Koleejjii BLTO leemman keessatti  Leenjii ogummaalee 7'n leenjifamtoota haaraa fi Buleeyyiif kennamaa jiru cinaatti Ogum...
18/11/2025

Koleejjii BLTO leemman keessatti Leenjii ogummaalee 7'n leenjifamtoota haaraa fi Buleeyyiif kennamaa jiru cinaatti Ogummaalee leenjiin irratti kennama jiru hundaan galii keessoo Kolleejjichaa guddisuuf bara kana hojii bal'aan hojjetamaa akka jiru beekamaadha. Bu'uuruma kanaan Yeroo ammaa hojiilee hojjetamaa jiran keessaa Leenjistoota Ogummaa Manufacturing Technology tiin Konkolaataan Bulchiinsa Aanaa hojii dhaabee ture suphamee hojii akka eegalu ta'ee jira. Hojii kanaan galiin keessoo Kolleejjichaa akka guddatu akkasumas Hawaasni fi Seektaraaleen Mootummaa Ogummaa Kolleejjicha keessatti leenjiin irratti kennamaa jiru irraa fayyadamaa akka ta'an hojjetamaa jira. dabalataan Ogummaa Garment Technology tiinis Leenjistoota Ogummichaan uffatni dizaayinii gara garaan Hodhamee gurguramaa kan jiru ta'uu ibsaa namootni fedhii qabdan gatii madaalawaan Diizaayinii barbaaddaniin akka hojjechiifattan hubachiisna. Horaa Bulaa!!

24/10/2025
18/09/2024

Address

Butajira Street
Lemen

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Leman TVET College posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Leman TVET College:

Shortcuts

Share

Category