Ustaz Mohammed Abdi

Ustaz Mohammed Abdi Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ustaz Mohammed Abdi, Education Website, Ethiopia �, Kombolcha.

Har'aa Halkan Jum’aattiNabi Mohammed irratti Salawaata Haa Buusnu ✅ 💙Salawaata Buusaa ✍️
20/08/2026

Har'aa Halkan Jum’aatti
Nabi Mohammed irratti Salawaata Haa Buusnu ✅
💙
Salawaata Buusaa ✍️

13/08/2026

Halkan Jummaa fi guyyaa
Jummaa keessa Salawaata
Narratti Buusuu Heedummeeysaa Ja'an 💝 ﷺ 🍁

☝️Yaa Rabbi warra salaata guutee salaaturraa na godhi!🤲🤲Akkana jechuun ka kadhate Nabi Ibraahim beekhi!Anaa fi atis duaa...
23/07/2026

☝️Yaa Rabbi warra salaata guutee salaaturraa na godhi!🤲🤲

Akkana jechuun ka kadhate Nabi Ibraahim beekhi!

Anaa fi atis duaaii tana haa godhannu!

  Congratulations 🎊   -Arqam jabaadha fulduratti jalqabbii male xumuramiti maasha allah. 🤲👈 isaanii dhalonni Abdi boruti...
22/07/2026

Congratulations 🎊
-Arqam jabaadha fulduratti jalqabbii male xumuramiti maasha allah.
🤲👈 isaanii dhalonni Abdi boruti.

    'aana    'aa_teetiif_shahaadaa  ☝️  siif haa kennuu Aamiin jae.🤲🤲🤲🤲.
10/07/2026



'aana

'aa_teetiif_shahaadaa

☝️ siif haa kennuu Aamiin jae.🤲🤲🤲🤲.

 Du'aain nu hin dagatina Ahbaabi.🤲🤲
03/07/2026


Du'aain nu hin dagatina Ahbaabi.🤲🤲

Nabi Muhammad ﷺ ifaa dukkana keessaa nama baase, rahmata addunyaaf ergame,Nabi Muhammad ﷺ barsiisaa qalbii, qajeelchaa s...
02/07/2026

Nabi Muhammad ﷺ ifaa dukkana keessaa nama baase, rahmata addunyaaf ergame,
Nabi Muhammad ﷺ barsiisaa qalbii, qajeelchaa sammuu, fi ifa lubbuu ture
Nabi Muhammad ﷺ qalbii namaaf boqonnaa, lubbuuf ifa, addunyaaf rahmata ture.
Ibn Al-Qayyim akkana jedhe:

"Namni gammachuu addunyaa fi aakhiraa barbaadu haa hordofu Ergamaa Rabbii ﷺ."

"Qalbii keessatti Nabi Muhammad ﷺ jaallachuun, afaaniin salawaata irratti baay'isuu fi hojii keessatti sunnah isaa hordofuudha." ﷺ🤍🌹

"Inni ﷺ ji'a samii irratti mul'atu miti; ji'a qalbii keessatti yeroo hundaa ifu dha." 🌹✨

اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ ﷺ. 🤍🌹

29/06/2026

Akka miskiitti Siha Urgeysuu ☝️Ilaahiin 🤲Aamiin jae me.

  SalaateefHadiisa Nabiyyii ﷺErgamaan Rabbii ﷺ ni ja'e:> مَنْ صَلَّى الصُّبْحَ فَهُوَ فِي ذِمَّةِ اللَّهِ“Namni salaata ...
28/06/2026

Salaateef
Hadiisa Nabiyyii ﷺ
Ergamaan Rabbii ﷺ ni ja'e:
> مَنْ صَلَّى الصُّبْحَ فَهُوَ فِي ذِمَّةِ اللَّهِ

“Namni salaata Subhii salaatu, eegumsa Rabbii keessa jira.”
— Sahih Muslim

Hiikka isaa:
Namni yeroo isaa eeggatee salaata Subhii salaatu, Rabbiin isa eega, isa tiksa, rahmata fi eegumsa Isaa keessatti isa galcha.

Barnoota Hadiisichaa:
Salaata Subhii yeroo isaatti salaatuun baay’ee murteessaa dha.
Guyyaa guutuu eegumsa Rabbii argamsiisa.
Qalbii namaa tasgabbeessa.
Iimaana namaa cimsaa.

🤲 ☝️Ilaahiin warra Salaata Subhii yeroo eeggatee salaatae, eegumsa Isaa keessa oolan nu haa taasisu. Aamiin.🤲

DU'AA'II   👉Mana Barnoota Sadarkaa_2ffaa Aana Kombolchaa sagantaa guyyaa jummata ✍️Barattoota keenya ☝️Rahmaan Qabxi Bar...
27/06/2026

DU'AA'II
👉Mana Barnoota Sadarkaa_2ffaa Aana Kombolchaa sagantaa guyyaa jummata
✍️Barattoota keenya ☝️Rahmaan Qabxi Bareeddun isinhagammachisu.🤲🤲🤲

Address

Ethiopia �
Kombolcha

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ustaz Mohammed Abdi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share