Barsiissa oromoo App

Barsiissa oromoo App Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Barsiissa oromoo App, School, Kaakoo, Kombolcha.

18/08/2025
12/11/2024

Stay connected with family and friends using imo's free video calling app. Enjoy free video chats, 1-on-1 calls, audio calls, and international calls!

16/03/2024

Bakkatti Hafaan Rabbuma

"🌹🌹Seenaa ajaa'iba" tana dubbisi mee🌹🌹✍Gurbaa tujjaarticha boonaa tokkotu ture gurbaan kun gaafa tokko imalaaf gara biyy...
26/02/2024

"🌹🌹Seenaa ajaa'iba" tana dubbisi mee🌹🌹✍

Gurbaa tujjaarticha boonaa tokkotu ture gurbaan kun gaafa tokko imalaaf gara biyya biraa bahuu fadhe yeroo tana markaba naaf fidaa ja'een markaba yeroo fidaniif "kanaa mitii ka biraa fidaa kanaa mitii ka biraa fidaa" ja'an hanga kha isa jaalachiisu tokko dhufutti. yeroo uffatu akkasuma kanaa mitii ka biraa kanaa mitii ka biraa numa ja'a. Amma yeroo markaba isaaf tahu arkateeti imala bahuuf ka'e. 👍Yeroo tana fuula dura markabaatti gurbaan miskiinni tokko dhaabbate ka duraa hin sossone. Yeroo tana khaadimtichi tokko hiiqi karaarra ja'een wallaahi hin hiiqu ja'een. Amma gurbaan tujjaartichi boonan nama tuffatu san yaa gurbaa nana hiiqi karaarra ykn siin ajjeesa ja'een numa dida miskintichi, yeroo tana gurbaan boonan tujjaartichi kun akkana ja'een maal feeta ja'een gurbaan miskiinni kuniis salaamtaa ja'een tujjaartichis waa jalaa hin deebisne. Ammaas tujjartichi deebisee maal barbaadda ja'een miskiintichiis gara keetiihiin haaja qaba ja'een tujjaartichiis daddafii daddaafii haaja tee himadhu ja'een akka waan inni horii/qabeenya irraa isatti haajamee sahee miskiintichiis akkana ja'een"Lakkii hiccitiin anaafii si jidduudhaa" ja'een tujjaartichi deebisee maal jattasa ja'een miskiintichiis hiccitiin naafii si jidduudhaa gad bu'i si dubbisuun barbaadaa ja'een,gurbaan kafraan tujjaarri kun gad bu'eeti "heeh maal barbaadda as himime waan si biratti jiru" ja'een miskiintichiis na beeytee ja'een maalittin si beeka an miskiina wajjiin walitti hin qabuu ja'een miskintichi an ja'een tujjaartichi hedduu rifate fuulli isaatiis ni jijjiirame haaluma kana keeysatti akkana ja'een xiqqo booda na aansi ja'een maalif? ja'een warra kiyyarrattiin salaamadha ilmaan kiyyattiin dhaammadha ja'een. Wallaahii rabbiin kanatti na hin ajajne ja'eeniiti odoo innii diduu hadhaa du'aa san dhandhamsiisee akkasitti lubbuu isaa keeysaa baase...! 'aan/yeroon du'a teetii dhufnaan duraas hin dabartu boodas hin aan

22/02/2024

Address

Kaakoo
Kombolcha
MURAADMOHAMMED

Telephone

+251900758532

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Barsiissa oromoo App posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Barsiissa oromoo App:

Shortcuts

Share

Category