Abu Haziq Shafi

Abu Haziq Shafi 🤝 Baga Nagaan Dhuftan
🕌 Barnoota Islaamaa fi Gorsa Jireenyaa
📖 Qur'aanaa fi Sunnah irraa Baradhaa, Barsiisaa, Waliif Qoodaa
📚 Jaallataa Kitaabaa fi Seenaa

21/08/2026
21/08/2026

Kan dhaquunsaa hin hafne Hamaaniifi Gaariin...

15/08/2026

Al_hamdulillaah
Dhalachuun Keenya Filannoo Keenya ta'uubaatus
Filatee Nuuf Kenne Islaamummaa

Please Follow me
04/08/2026

Please Follow me

04/08/2026

Gumaata Obbolummaati Du'aa'iin
Gara-laafessa Namaa Yootaate

Rakkina Dheessitee Rakkina Keessummeessuu Mudatte Habiibii ko
Yaa'Allaah😭😭😭😭Namni Kun Nama Roorroo Rakkinaa Liqimsee
Gammachuu isaa qofa🌹 🫶💐Fuula ifaadhaan Ebsachuu Fulatuudha😭😭😭😭
🤲🤲Yaarabbi Dirmadhuuf🤲🤲
🌹🌹🌹🌹🌹💐💐💐💐🫶🫶🫶🫶
Guyyaa Tokkoof Rakkinni Isamudata jedhee yaadee hin beeku
Sbabni isaas inninis Fuula ifaa fi Gammachuu isaatiin male
Gaddaan Hagoogamee Mul'achuun
isarratti Baramaa waan hin ta'iniif

Garuu ILMA Namaati😭
Biyyis BIYYA Duniyaati
Yeroo Baay'ee
Bu'aaba'iin Jireenyaa.
Akka Ati yaaddu dhiisee
Faallaa ta'ee dhufa

Rahmaan Sihaadhaqqabu
Qaamaa fi Qalbii kee Rabbi Siihaa Fayyisu
Abshiir Rahmaan Arjaadha
Qalbiin Sin caphin
Yaarabbi Yaa'Allaah

28/07/2026

Du'aa'iin Barattoota idileetiif
Dhabamuu Roobaa Sababeeffachuun Dhaamsaa fi Du'aa'ii Ajaa'ibaa JUL /28/2026 Sh/Muhammed Zabuur Yuusuf Kadhatan
Kaameeran Abdulhaafiz Taaju
Edite Tawfik Shaafi

Address

Oromiyaa
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abu Haziq Shafi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share