ኢትዮጵያን በ2050

ኢትዮጵያን በ2050 page kun kan banameef dhugaa jiru dubbachuufi rakkoo hawaas diinagdee biyyaa keenyaa furuu keessatti hirmaachudha.

G*T No. 5
08/05/2026

G*T No. 5

Daa’ima addunyaa kana irratti dhalatan sadii (3) keessa 1 fi isa ol kan ta’an Afrikaa keessa. Akka odeeffannoon biyyota ...
25/04/2026

Daa’ima addunyaa kana irratti dhalatan sadii (3) keessa 1 fi isa ol kan ta’an Afrikaa keessa. Akka odeeffannoon biyyota gamtoomanii ibsutti daa’imman gara fuula duratti dhalatan sadii keessa tokko Afrikaa keessa. Gabaasni kun akka mul’isutti ardiin Eeshiyaa 49% tokkoffaa yoo taatu, ardiin Afrikaa 36%n lammaffadha.
Mee bulchitoonni Afrikaa daa’imman kanaaf maal lafa kaa’ani darbuufi laata?
https://www.visualcapitalist.com/mapped-85-of-babies-in-2026-will-be-born-in-asia-and-africa/

22/04/2026

መቼ ነው ግን የኢትዮጵያ ህዝብ ስነ ልቦናቸው የሚስተካከለው?

17/02/2026
12/02/2026

A container has 75% milk and 25% water. If I add
2 litres of water, then there will be equal amount of
milk and water in the container. What is the amount
of milk present in the container?
A) 5 litres
B) 3 litres
C) 6 litres
D) 4 litres

05/01/2026

@የህይወት ብልፅግና

Address

Jimma
1050

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ኢትዮጵያን በ2050 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share