Saaqne Saanqaa

Saaqne Saanqaa Yaa Rabbi Amaanaa!

19/10/2025
🚨 𝐇𝐄𝐑𝐄 𝐖𝐄 𝐆𝐎! Liverpool agree deal to sign 17 year old striker Will Wright from Salford ⭐️Arsenal agreed terms with Salf...
29/07/2025

🚨 𝐇𝐄𝐑𝐄 𝐖𝐄 𝐆𝐎! Liverpool agree deal to sign 17 year old striker Will Wright from Salford ⭐️

Arsenal agreed terms with Salford City 10 days ago but Liverpool hijack move also with agreement with player.

Wright, seen as huge talent as he completed medical today and he will sign contract until 2028 at Liverpool.

15/07/2025

‎Labsii Haaraa: Gibira (Income Tax) Irratti

‎Duris, namni mindaan isaa Qarshii 600 gadi hin jiru ture. Ammas, namni mindaan isaa Qarshii 2,000 gadi hin jiru.
‎Kana jechuun: namni mindaa mootummaa qabu kan gibira irraa bilisa ta’u hin jiru jechuudha, practically.

‎Tole,
‎Mee sirna gibiraa durii waliin wal bira qabnee yoo ilaallu:

‎- Hojjettoota mootummaatti gibirri itti dabalame moo irraa hir’ate?

‎Akka iskeelii mindaa hojjettoota mootummaa mul’isutti:
‎Mindaa xiqqoon = Qarshii 4,760

‎Namni mindaan isaa Qarshii 4,760 ta’e kuni, duraan gibira meeqa kaffalaa ture?
‎Labsii haaraa kanaan hoo meeqa kaffaluuf deema? Haa ilaallugaa:

‎✅ Dur:

‎Akka sirna duraanitti, namni mindaan isaa 4,760 ta’e, sadarkaa gibiraa tarree 4ffaa keessa gala — %20 jechuudha. Garuu kan duriirra waan jedhamu jira ture.

‎Akka fakkeenya kanaatti: %20 hir’isuu qarshii 302.50 hir’ifama. jechuun:

‎Yeroo shallagamu:

‎Gibira = (4,760 × 20%) - 302.50
‎ = 952 - 302.50
‎ = 649.50

‎Kana jechuun namni mindaan isaa 4,760 ta’e gibira qarshii 649.50 kaffalaa ture (soorama malee).

‎✅ Amma:

‎Amma garuu namni qarshii 4,760 argatu, tarree gibiraa 3ffaa keessa gala. Kana jechuun ammallee %20 irratti shallagama.

‎Garuu kan nam aarsu akka labsii haaraatti “deduction” natti mul’ataa hin jiru. isinitti muul'ataa jiraa? Hin jiru jechuudha.

Akkana taanan,

‎Gibira = 4,760 × 20%
‎ = 952

‎Kana jechuun, sichi namni mindaan isaa 4,760 ta’e amma gibira qarshii 952 kaffala jechuudha.

‎- Irratti Dabalame Moo Irraa Hir’ate?

‎Mee ilaali!

‎Duraan gibira qarshii 649.50 kaffalaa ture, amma ammoo qarshii 952 kaffaluuf deema.

23/05/2025

With Hanna Tekle – I'm on a streak! I've been a top fan for 5 months in a row. 🎉

21/03/2025

Oromticha qulqulluu
Hin qabne makaaf xurii,
Qaroo Nadhiin leenjise
Haftee gootota durii.

Guca sabboonummaa
Hidhatee nuuf lole,
Leenjisee, lolchiisee
Roorroo nurraa qole.

Lubbuusaa tokkittii
Du’us aarsaa baasee
Reeffa Jaal Eebbisaa
Goota lafaa kaase.

Goota gootummaasaa
Hojiin agarsiisee
Hiika Oromummaa
Labata barsiise.

Sagalee uummataa
Wabii gaafa dhibee
Dheebu baasaa sabaa
Fakkii laga gibee.

Hongees taatu lolaan
Yoo sabni buqqa’u
Birmatee gargaaree
Nama nuuf luqqa’u.

Goota dhibee sabaa
Kulkulfatee aadu,
Arjaa of caalaatti
Lammii keenyaaf yaadu.
~~~
Guutuu roga hundumaaa
Hayyuu seenaaf amantii
Qaroo argee hubatu
Tolaaf badaa gamatti.

Arjaa dilbiinsaa guutuu
Maaddiin jalaa'n hir'anne
Jagna waan itti amane
Dubbachuuf hin bir’anne,

Fahmi qabeessa namaa
Dubbatee gurran dhabne
Leencicha Rabbiin malee
Namarraa sodaa'n qabne,

Gameessicha dhugumaa
Yoom-essa dubbii beeku
Jechasaa bara qaataan
Har'a fedhanis qeequu...

Bashaashni keessaaf alaan
Tolchee Rabbi nuuf kenne
Hayyuu egeree beeku
Ragaa male waa'n jenne.

Dhugaa dubbachuun isaa
Jara dhorkatee nagaa
Gamaa gamanaa iyyaan
Itti guuranis dhagaa...

Waa’een Raayyaa tulluudha
Kan ol kaafate Rabbii,
Bubbisa bubbee birraan
Raafamee'n beeku tabbi!

Madda: FB Riyaad Raayyaa

 .Madrid 1:1 Barcelona
12/01/2025

.Madrid 1:1 Barcelona

 !Kaardii diimaan kan bahe Man United moo Arsenal?
12/01/2025

!
Kaardii diimaan kan bahe Man United moo Arsenal?

07/12/2024

Adurree

Address

Jimma

Telephone

+251917112457

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Saaqne Saanqaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share