Muzamil.Salih Jemal

Muzamil.Salih Jemal I 'm muslim

18/12/2025
22/09/2025

Namani Maqaan Isaa Kamaal Ulfaata jedhamu Qarshii 200,000 (Kuma dhibba lama) Barataa Gosaa Nageessoo kan Qormaata biyyoleessaa qabxii 589 fidee gaaffii 11 qofaa dhabuun leellifamuu dhabuu isaatti qalbiin cabe "barataa kun jajjabeeffamuu qaba" jechuun deeggarsa godheefii jira. Gosaan Sanuu Barnoota haalaan cimu Mathematics fi Physics qabxii 100 galmeesse. Mucaa kana hanga har'aatti miidiyaan leellise hin jiru. Barataa Akka Biyyaatti qabxii guddaa galmeesse Kaliid Bashiir mana barumsaa bultii addaa Dodolaa keeysatti daree takka keeysatti waliin barate. Kaliid qabxii 591 fide Gosaan 589 fide garaagarummaa qabxii 2 qofaan Kaliid isa caale. Akka Biyyaatti sadarkaa 2ffaa bahuus Namni hamilee itti godhees hin jiru. Akka kennaatti badhaasni kennaameefiis hin jiru dhiibbaa guyyoota lamaan kana godhameen namoonni jajjabeeysaa jirtan galatoomaa!❤️🙏

03/12/2024

Address

Jimma

Telephone

+251917012918

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muzamil.Salih Jemal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Muzamil.Salih Jemal:

Shortcuts

Share