OVEM

OVEM Every time is another chance to change our life and others. Yeroon kamuu yeroo kan biraa nuti jireenya keenyaafi kan biraa itti jijjiirrudha.

Dijitaayizeeshinii โ€ŽMoosaajii  Sirna Odeeffannoo Bulchiinsa Barnootaa (EMIS)fi Haala Galmee Barattoota Bara 2019 Irratti...
25/08/2026

Dijitaayizeeshinii โ€ŽMoosaajii Sirna Odeeffannoo Bulchiinsa Barnootaa (EMIS)fi Haala Galmee Barattoota Bara 2019 Irratti Leenjiin Kennamuu Eegale.
BBO - Hagayya 19/2018 Ogeessotni Sirna Odeeffannoo Bulchiinsa Barnootaa (Education Managemet Information System - EMIS) Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dijitaayizeeshinii Moossajichafi Haala Galmee Barattoota bara barnootaa 2019 irratti abbootii adeemsaa karooraa Waajjira Barnootaa Godinaalee, Bul/Magaalotaa, Ogeessota EMIS/ICT Godinaalee, Bul/ Magaalotaafi Aanaalee irraa walitti babahan 420 ol ta'aniif leenjii guyyaa sadiif turu har'a Giddu Gala Qorannoofi Leenjii Barnootaa Oromiyaa - Adaamaatti argamutti kennuu eegalaniiru.
Sirna baniinsaa leenjichaa irratti argamuu haasawa kan taasisan hogganaa I/A Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Kaasahun Galaanaa yoo ta'an, haasawa isaanii keessatti ragaan/daataan qabeenya olaanaa biyyaafi dhaabbilee ta'uu ibsuun, daataa akkuma barbaadanitti harcaasaa bulchuun kufaatiifi miidhaa biyyarraan/ dhaabbatarran gahuu danda'a jedhaniiru. Kanaafuu, jedhan Dr. Kaasahun ogeessi daataa bulchu of eeggannoon sirna digitaayizeeshinii fayyadamuun qaccessuun yeroo yeroon haaromsuu/update/ gochuun qulqullinaan bulchuu akka qaban leenjitootaaf ibsaniiru. Dabalataanis, daataa qulqullinaafi itti gaafatamummaan ogeessi hin bulchine seeranis gaafatamuu akka qaban himuun, daataan dogoggoraan manneen barnootaa irraa ka'u, aanaa, godina/Magaalaa, BBO. irra darbee hanga mootummaa naannoofi biyya dogoggorsuutti waan deemuf abbootiin adeemsaafi ogeessotni leenjii kanarratti argaman hubachuu akka qaban dhaamsa dabarsuun waltajjichi ifaan ifatti saaqamuu ibsaniiru.
Haaluma dhaamsa darbeen, sagantaa leenjichaafi leenjii gaggeeffamu irratti naamusa eegamuu qaban ilaalchisee BBOtti ogeessi EMIS kan ta'an obbo Xaahir Taanki leenjitootaa hubachiisaniiru.
Itti aansuun, kallattumaan leenjichatti kan seename yoo ta'u,.......

Xiinxaluu nama gaafata.
09/08/2026

Xiinxaluu nama gaafata.

 ! Barattoota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa (MBIBBA), MB Waldaa Misooma Oromiyaafi Manneen Barnootaa Addaa (M...
05/08/2026

!
Barattoota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa (MBIBBA), MB Waldaa Misooma Oromiyaafi Manneen Barnootaa Addaa (MBA) Sad. 2ffaa Dorgomanii Galuu Barbaadan Hundaaf
----------------
BBO - Adoolessa 29/2018 Barattootni bara 2018 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhachuun qabxii olaanaa galmeessisaniifi MBIBBA, WMO fi MBA Sad. 2ffaa galanii barachuuf fedhii qaban hundi galmeef_kaa'ame keenyaa banuun odeeffannoo guutuu akka argatan isin beeksifna.
Liinkii gadii kana tuquun seenaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

kalaandariin barnootaa bara 2019 Ifoome .madda
25/07/2026

kalaandariin barnootaa bara 2019 Ifoome .
madda

Oromia State University
18/07/2026

Oromia State University

Address

Omo Beyam, Jima, Oromia
Jimma
0907

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when OVEM posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share