Abajifar school

Abajifar school AJS is the place where love is shown daily! it is found in Jimma, Ethiopia.

26/04/2022

Ahmaddin Jabal baayyee galateeffachuu barbaanna.

Daawwannaa taasifame suuraadhaan
26/04/2022

Daawwannaa taasifame suuraadhaan

26/04/2022

Oduu gammachiisa.
Manni barumsaa sad. 1ffaa Abba Jifaar keessummoota akka biyyaatti jijjiirama argamsiisaa jiraniin daawwatamee jira.
Daawwannaa kanaanis yeroo dhihootti barnoota sad.2ffaa kutaa 9ffaa irraa bara dhufu eegalchiisuun haala danda'amu irrattii kallattiin kaa'ameera.
Kana males, baroota as deeman keessatti hanga kutaa 12ffaa akka itti banuun danda'amurrattis mari'atamee jira.
Hojjattootni fii maatiin m/sicha baga gammadan.... baga gammanne.

26/04/2022

Akkam jirtu maatii fi jaalleewwan mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa Abba Jifaar?
Jimma.
Oduu baayyee gammachiisaa isiniif qabna....

Miltoo production galata guddaa qabdu. Beekkamtiin nuuf kennitan Hojii manaa nuti hojjachuu qabnu sirriitti nutti muldhi...
06/09/2021

Miltoo production galata guddaa qabdu. Beekkamtiin nuuf kennitan Hojii manaa nuti hojjachuu qabnu sirriitti nutti muldhisa....

Address

First Italy
Jimma

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 08:30 - 00:30

Telephone

+251471114654

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abajifar school posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Abajifar school:

Shortcuts

Share

Category