Ahmed Abatemam

Ahmed Abatemam Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ahmed Abatemam, Jimma.

Kan hojjete inaafuurra hojjetanii ittiin dorgomuutu furmaata.
28/01/2025

Kan hojjete inaafuurra hojjetanii ittiin dorgomuutu furmaata.

Simannaa hawaasni Magaala jimmaa ilma isaa   taasise!
24/01/2025

Simannaa hawaasni Magaala jimmaa ilma isaa taasise!

24/01/2025
17/01/2025

Star boy 💫

Amad Diallo is the second youngest Man Utd player to score a Premier League hat-trick after Wayne Rooney 👀

Godina jimmaa Aanaa  nadhi gibee oomishi ruuzii haala gaariirratti argama.Ogeessonnif hoggantoonni ruuzi dur callaasaa s...
21/07/2023

Godina jimmaa Aanaa nadhi gibee oomishi ruuzii haala gaariirratti argama.

Ogeessonnif hoggantoonni ruuzi dur callaasaa suuqitti arginu asitti oomishtani oomishasaas akka arginu gootan galatooma.

Obbo Isayyaas jiraa pirezdaanti federeshini kubbaa miila itoophiyaa ta'uun erra deebiin filatamaniiru                   ...
28/08/2022

Obbo Isayyaas jiraa pirezdaanti federeshini kubbaa miila itoophiyaa ta'uun erra deebiin filatamaniiru


Bara hoji gaarii!

27/08/2022

Sihafuufuun siitoluuf hin se'in
Siliqimsuufi jedhe namtichi
Marqaadhaan!

27/08/2022

QABBANAAHU HARKA
GUBU FALLAANA JEDHAN YA JUUNTA !!

Address

Jimma

Telephone

+251919162268

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ahmed Abatemam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share