Tokkummaa Oromoo

Tokkummaa Oromoo Kefa

Jarri kun utuu wolii galanii ummta Ethiopiaf hojjatanii biyyattiin gara fuulduraatti tarkaanfachuu dandeessi !!
17/08/2022

Jarri kun utuu wolii galanii ummta Ethiopiaf hojjatanii biyyattiin gara fuulduraatti tarkaanfachuu dandeessi !!

Harmeenkun hojiin kennameefii bakka jiranutti jajjeebeeffamuu qabu .sadarkaa umurii kanaatiin barnoota university xumuru...
22/07/2022

Harmeenkun hojiin kennameefii bakka jiranutti jajjeebeeffamuu qabu .sadarkaa umurii kanaatiin barnoota university xumuruun wonta guddaadha.

Taarifni konkolaataa kanaa eenyuun to'atama ?
22/07/2022

Taarifni konkolaataa kanaa eenyuun to'atama ?

24/05/2020

Sochii geejjibaa ilaalchisee dhukuba yeroo ammaa adunyaa yaaddesee lubbuu namaa galaafataa jiruu waliin walbira qabamee yoolaalame waan ofdagatnee jiru natti fakkaata .kana jechuun Koo Atobisiin Naannoleefi godinaalee Adda addaarraa gara finfinee deemu ,akasumas finfineerraa gara naannootti deemuu fi gara godinaalee oromiyaatti deemu ,dafee qaama dhimmi ilaallatuun dafee dhaabbachuuqaba .Mana keessa taa'uunis Sadarkaa biyyi keenyaa irra jirtuun waliin waan hindandeenyeef sochiin geejjibaa giddu galeessaa Godinaa hanga aanaatti qofa ta'uu qaba .

Goota ilma Abbaagadaa kana duukaa Oromoon bahaa dhihaa ,kaabaa kibbaa akka duukaajiru worri gootakanatti doorsisu baree ...
06/05/2020

Goota ilma Abbaagadaa kana duukaa Oromoon bahaa dhihaa ,kaabaa kibbaa akka duukaajiru worri gootakanatti doorsisu baree bakka jirutti irraa dhaabbachuu qaba .

Muslima hundaaf yaadachiisa!Baga baati Ramadaanaa geessan .
23/04/2020

Muslima hundaaf yaadachiisa!Baga baati Ramadaanaa geessan .

23/04/2020
Baadiyyaatti yeroo woyyaan namatti qorre halkan ,Akkas godhatanii worri raftan qofti like godhaa !!
19/04/2020

Baadiyyaatti yeroo woyyaan namatti qorre halkan ,Akkas godhatanii worri raftan qofti like godhaa !!

26/03/2020

Dhibee konoraa waliin walqabatee mootummaan hojjatoota sadarkaa naannoo magaalaafi Aanaaleerra jiraniif maalyaadaajira ?Kan fedraalaa hojii isaanii akka manatti dalaganiif haallimijateera ,kangodinaafi Aanaarra jiranif furmaatni maali?

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tokkummaa Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Tokkummaa Oromoo:

Shortcuts

Share