W/ra Barnootaa Aanaa Shabee Somboo

W/ra Barnootaa Aanaa Shabee Somboo Quality Education 4All!

15/05/2026
Sirna Wal harkaa fuuchaan Taasifame.Hagayya,23/2016 shabee.  Hojii Gaarii!
29/08/2024

Sirna Wal harkaa fuuchaan Taasifame.
Hagayya,23/2016 shabee.
Hojii Gaarii!

26/08/2024
Waamicha Galmee Barattootaa.  Barattootaa  fi, Barattoota Aanaa keenyaa Maraaf.******Yeroon Galmee Barattootaa Bara 2017...
26/08/2024

Waamicha Galmee Barattootaa.

Barattootaa fi, Barattoota Aanaa keenyaa Maraaf.
******
Yeroon Galmee Barattootaa Bara 2017 Guyyoota Muraasa qofatu hafe waan ta'eef Barattootaa gara mb tti erguun dirqama keenya haa bahannu.

Galatoomaa!

25/08/2024
21/08/2024

Happy follow-versary to my awesome followers. Thanks for all your support! Mohammed Yezid

Sirna Beekkamtii Barattoota  kutaa 8ffaa Qabxii olaanaa Galmeessanif Kabajamoo Bulchaa Aanaa fi IG paartii akkasumas bak...
18/08/2024

Sirna Beekkamtii Barattoota kutaa 8ffaa Qabxii olaanaa Galmeessanif Kabajamoo Bulchaa Aanaa fi IG paartii akkasumas bakka Ramadamtuun Godinaa argamanitti Taasifamera.

01/08/2024

Qabxiin Qormaata kutaa 8ffaa 2016
Barattoota qoraman 1890 keessaa Barattootni Qabxii 50fi ol fidan 1422 %76.36

Barattootni #1422 gara kutaa 9tti darbaniiru.
Dhi,662
Du,760
Ida,1422
%76.36%

01/08/2024

Firiin Qormaata kutaa 6fi8 Bor Ganamaa kaasee akka ifoomu 'n Ibse.

24/11/2016
Biiroon Barnootaa Oromiyaa 1.4 ta'an Qormaata Naannoo Hanga Waxabajjii 05/2016 kennaa ture 25/11/2016 'aatii 2:30 booda /FIRIIN/ akka ibsamu BBOtti Daayirektarri Qormaataafi Madaalli Barnootaa obbo Huseen Qaasim ibsaniiru.

Kanaafuu, Kamisa Sa'aatii 2:30 booda toor 'Facebook'fi 'Telegram' keenyarratti nu hordofaa.

!
isiniif hawwina.
!!

Barnootaa Mirkaneessuuf ;
raawwachuuf .

πŸ”»JOIN:-πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Tolla Berisso πŸ’ 

Address

Jimma, Shebe
Jimma

Telephone

+251992132868

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when W/ra Barnootaa Aanaa Shabee Somboo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category