Heretoo biyya abbaa koo waacha hanga bakkee oochootti

Heretoo biyya abbaa koo waacha hanga bakkee oochootti Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Heretoo biyya abbaa koo waacha hanga bakkee oochootti, School, Waacha, Jimma.

26/08/2022

Kabajamtoota maamiltoota facebookii gubbaa jirtan hundaaf oduu gammachiisaa
Isiniif nan dabarsa
Akkuma beekamu biyyi keenya itoophiyaani biyyoota saffisaan guddachaa jiran keessaa isii tokko
Guddinni kunis akki dhufaa jiru naannoo irraa kaasee godina dhufa godina irraa kaasee Aanaa dhufa Aanaa kaasee ganda dhufa gandaa kaasee zoonii dhufa zoonii kaasee garee dhufa sana booda biyyattin guddatte jenna maalee magaalaan finfinneen ibsaa yoo galchite itoophiyanoonni hundi ibsaa galfateetti jechuudha
Abbay kuni itoophiyaaf humna elektriki maddisiisuu irra darbee biyyoota oollaaf gurguramuuf jira jedhama garuu magaalaa finfinnee qofa jechuudha Uummanni itoophiyaa keessa jiraatu
Mootummaani yeroo abbay xumurame uummata badiyyaatiif ibsa nan galcha jedhaa ture
Hamma abbay marsaa sadaffaa eebbifamee jira motummaani uummata badiyyaa kannaf hammam yaadaa jira laata

Address

Waacha
Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Heretoo biyya abbaa koo waacha hanga bakkee oochootti posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category