17/12/2019
ከተወዳጁ ጀግናችን ጎን በአንድነት እንቆማለን
=============================
Olola jibbiinsaa Ustaazii keenya jaallatamaa fi goota gaafa xiiqii Ustaz Ahmaddiin Jabal irratti humnoonni nafxanyaa gaggeessaa jirtu cimsinee balaaleffachuun Ustaz keenya cina dhaabbannee olola nafxanyaa fashaleessuuf Oromoo tahuu qofti gahaa dha.Humnoonni kun kaayyoon jaraa Ustaz Ahimaddiin qofa irratti olola gaggeessuu miti;kaayyoon isaanii Oromoo fi Musliima irratti olola jibbiinsaa gaggeessuun cilee dibuuf yaalaa jiru.Kana immoo tasuma hayyamuufii hin dandeenyu.Dura dhaabbannee ololashee daaraa goonee kaayyoo nafxanyootaa saaxilla.Ustaazii keenya ni dhaabbanna.Kabaja inni amantaa isaatiif qabu baayyee dinqisiifanna.