Afren kello primary school

Afren kello primary school Education

Baga Guyyaa Barsiisota Itti Galateeffannuun Nu Gahe!-------------Guyyaa Galateeffannaafi Dinqisiifanna Barsiisota Idil A...
05/10/2025

Baga Guyyaa Barsiisota Itti Galateeffannuun Nu Gahe!
-------------
Guyyaa Galateeffannaafi Dinqisiifanna Barsiisota Idil Addunyaa ( /2025) Sababeeffachuun barsiisota keenya galateeffateera.
Haala kamiiyyuu keessa ta'un baraa baraatti dhaloota qaruun jijjiiramaafi ce'umsa dinagdee, hawaasaafi siyaasaa biyyaa keenyaa keessatti gahee keessan kan leencaa waan ta'eef m/b keenya dinqisiifannaa olaanaa isiniif qaba.
Bu'uurri beekumsaafi ogummaa kamiiyyuu !
Kanaafuu, !

!

Happy Teacher Appreciation!
------------------------------
Thank you for your kindness, generosity, and dedication.
You make a difference in so many lives!

October 5/2025

Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Biyyoolessaa Qabxii Qormaata Kutaa 12ffaa Bara 2017 Irra Deebi'ee Ibse.----...
04/10/2025

Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Biyyoolessaa Qabxii Qormaata Kutaa 12ffaa Bara 2017 Irra Deebi'ee Ibse.
----------
BBO- Fulbaana 22/2018 Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Biyyoolessaa Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2017 ilaalchisee ibsa irra deebi'ee kenneera.

Qabxii barattootaa irratti gosa barnootaa tokko tokkoon walqabatee komiin dhihaataa turuun ni beekama.
Komii dhihaataa ture irratti hundaa'uun sororri qormaataa irra deebi'amee qulqullaa'uun qabxiin barattootaas sirreeffameera.

Sababa sirreeffama taasifameen qabxiin barattootaa kan dabale yoo ta'u, akka biyyaatti barattootni 3,350 qabxii 50% (300 ) gadi fidanii turan qabxiin dabaluun qabxii 50%fi ol galmeessisuun barnoota sadarkaa olaanaaf darbabuu danda'aniiru.

Kanuma bu'uureeffachuun barattoota idilee naannoo keenyaa bara 2017 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan 99,963 fi 89,161 189,124 keessaa 12,416 (6.6%) qabxii qormaatichaa 50%fi ol galmeessisuun barnoota dhaabbilee barnootaa olaanoof (Yunivarsiitiif) darbaniiru.

Haaluma walfakkaatuun Qabxiin barattootaa bara 2017 akka biyyaatti Olaanaa Galmeessisanitis dabaleera.
Haaluma kanaan;
1- Kaliid Bashir.. 592.08/600
2- Gosaa Nageessoo. 590.08/600
3- Marihun Marqoos .. 586.89/600
yoo ta'an (Top-10) jedhaman
dhiiraafi dubaraan
dhiiraafi dubaraan maqaan adda bahuun damee afuritti qooduun Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Biyyoolessaa dhiheesse asii gaditti maxxansineera.

21/07/2025
03/05/2025

Algebra Graphs at a Glance: 12 Must-Know Functions!" 🧠

03/05/2025
01/05/2025

Address

Line
Hossana
TAAJUU

Telephone

+251953533263

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Afren kello primary school posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Afren kello primary school:

Shortcuts

Share

Category