Bazzuu tarfaa

Bazzuu tarfaa Ok

29/05/2023

Masgiinni digame taanaan nan gaďda. Masgiida keessa yoo bayyete quraanatu jira. Kilaashi ykn fannootu jirayi diigamaa?

25/05/2023

Suura Dr.Abiy ykn kan jaal marroo gadi garagalchineef ykn ol galagalchineef nagaas ta'e bilisummaan hin argamtu. Cimaa keenya lamaan ol haaqabnu.

24/05/2023
22/05/2023

Yoo waraanni dhaabate warri waa isaanitti hir'atu halkaniif guyyaa jibba mancaasu. Isaan hattoota tauusani hin shakkamaa.

22/05/2023

faarfanna afaan oromoo Durii cover songs new subscribe share like

22/05/2023

MINISTERRI BARNOOTAA WAAEE BARUUF BARSIISUU DUBBATEE WAAEE BARSIISOTA DHUMANII GALAGALEE HIN ILAALLE. AAJADHIBA. NAMNI KUN ADHALOOTA FIXUU BARBAADA

22/05/2023

BARSIISAAF WAAQA MALEE NAMNI YKN ABBOTIIN AANGOOS TAEE SIYYAASAA GADDANII YKN YAADANIIF HIN BEEKAN. KANAAFUU HAGABUU BULCHU

Address

Holeta

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bazzuu tarfaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Bazzuu tarfaa:

Shortcuts

Share