Mohammed Sufiyaan uso Hirna

Mohammed Sufiyaan uso Hirna 5

10/01/2022

Akka hin qabuuf malee
Namni maal naman goone
Nama jechuun bofadha
Bofa garaan hin loone

Kan ati maasii jettu
Barii karaan fixeensa
Kan ati gaarii jettu
Tarii garaan bineensa
Afaan banee wakabee
Waan siif oo'u fakkaata
Rakkina kee yoo argu
'Maarshii' sagaliin kaata

Gaafa sicina jiru
Afaan dhadhaa odeessa
Xiqqooshee sirraa siqnaan
Kiyyoo shan siif qopheessa
Afaan damma dibatee
Garaa keessatti aada
Jireenya kee balleessuuf
Buusee baaseetu yaada !

WBO gootichaan too.ataman  sarroonnnni PP
09/01/2022

WBO gootichaan too.ataman sarroonnnni PP

Wyiii oromo koo esa jirtuu
18/12/2021

Wyiii oromo koo esa jirtuu

Magaalaa Naqamteetti Dargaggoonni afur mana hidhaatii baafamuun haala suukkanneesaatiin ajjeefaman.

https://tinyurl.com/5k9uuyy8

18/12/2021

Address

Oromiyaa
Hirna
HARARGGEE

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohammed Sufiyaan uso Hirna posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Mohammed Sufiyaan uso Hirna:

Shortcuts

Share

Category