Abbaa Ansaar

Abbaa Ansaar Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abbaa Ansaar, Hirna.

Xiiqeffatee hojii gaariif murannoon hojjachuuf ka'aa jira kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawaa Obbo Kadir Juhar I...
25/10/2023

Xiiqeffatee hojii gaariif murannoon hojjachuuf ka'aa jira kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawaa Obbo Kadir Juhar Ibrahim ani Oromoo dha waan saba kanaaf tahu nan hojjadha jechuun video dheengaddaa irratti dubbate ammas suuraan gartan kun profile Facebook isaati ergaa of danda'aa qaba.✍️

Dhiyeenya communication and relationship naannoo Oromiyaafi federaalaa dhaabbilee gamtaa addunyaa waliin kan duraa caalmaatti godhaa jiran nugammachiiseera jabaatee itti fufuu qaba.

Waan hegeree sabaaf tahu ashaaraa kaa'uurrattis
Xiyyeeffannoon kennamee isin faana jirra gaarii hojjatame jajjabeeffachaa kan hin hojjatamne gaafachaa.
Dhugoomsaa Oromoo 🖊

21/10/2023

Address

Hirna

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Ansaar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Abbaa Ansaar:

Shortcuts

Share