Cultural Relativism

Call Website Contact the school

Cultural Relativism Social integration and positive thinking for the objective of promoting common good.

21/07/2026

Adoolessa 14/2018
Beeksisa Hatattamaa👇
✍️✍️✍️✍️✍️||✍️✍️✍️✍️✍️

Mana Barnoota Sad 2ffaa Qarsaatti, Barattoota Bara Barnootaa 2019 kutaa 10-12 barachuuf qophiirra jiran hundaaf:-

👉 Akkuma kanaan dura isiniif ibsine deeggarsi barnoota gannaa tola ooltummaan boru Adoolessa 15/2018 irraa eegalee sagantaadhaan tola ooltota barsiisota mb fi eeybifamtoota qaxaleewwan barattoota keenya kaleessaatiin haala guutuu ta'een jalqabuuf qophiin hundinuu xumuramee jira, waan ta'eef barattoonni sadarkaa kutaa olitti ibsame (kutaa 10-12) wal- dhageessisuun meeshaalee barnootaa qabattanii(Dabtaraa fi qalama) ganama sa’a 2:30 mooraa qophaa'ina duraanii (prep)ti argamuun carraa deeggarsa tola ooltummaa kanatti akka fayyadamtan cimsinee isin beeksifna.

Guyyaa xiiqii        Hagayya 17/2016 Harargee Bahaa Aanaa Qarsaatti dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa!
23/08/2024

Guyyaa xiiqii
Hagayya 17/2016
Harargee Bahaa Aanaa Qarsaatti dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa!

We may develop our knowledge  when ____
02/12/2023

We may develop our knowledge when ____

1ST SEM. G-12 MID EXAM             Guyyaa 19/03/2016          ==========≈======G/H/BAHAA AANAA QARSAA    ☆~~~~~~~~~~~~~☆...
30/11/2023

1ST SEM. G-12 MID EXAM
Guyyaa 19/03/2016
==========≈======
G/H/BAHAA AANAA QARSAA
☆~~~~~~~~~~~~~☆
☆~~~~~~~~~~~~~☆
MB sad.2ffaa Qarsaatti qormaanni walakkaa semisteeraa(mid exam) barattoota kutaa 12ffaatiif guyyaa arraa haala gaariin kennamuu eegaleera.

Alhamdullilah ☝️🤲Congratulations to all of my group members🎓
14/11/2023

Alhamdullilah ☝️🤲
Congratulations to all of my group members🎓

An amazing group!Garee Leenjistoota Supparvaayzeroota manneen Barnootaa Naannoo Oromiyaa.At the end of the 2nd round tra...
14/11/2023

An amazing group!
Garee Leenjistoota Supparvaayzeroota manneen Barnootaa Naannoo Oromiyaa.
At the end of the 2nd round training at Aba Geda Hall (Adama).👏👏👏👏

An amazing Destination  at Adama smart city(Aba Geda Hall). Both 1st and 2nd supervisor's training.
14/11/2023

An amazing Destination at Adama smart city(Aba Geda Hall). Both 1st and 2nd supervisor's training.

08/02/2023
Adiin:-📝⬇️$ Qulqulluudha$ Qulqulluun Dhugaadha$ Dhugaan Haqa $ Haqni nageenya;Nageenyi bu'ura jiruuf-jireenya dhala nama...
08/02/2023

Adiin:-📝⬇️
$ Qulqulluudha
$ Qulqulluun Dhugaadha
$ Dhugaan Haqa
$ Haqni nageenya;
Nageenyi bu'ura jiruuf-jireenya dhala namaati.

# Haqa abbaaf gadduun dhugaa uumaatti amanuu dhabuudha.
Kan dhugaaf jiraatutti haqni ni mi'aawa, Kan dantaaf jiraatutti haqni ni hadhaawa.

Kan haqni itti hadhaawu faaydaa dhunfaa ykn garee tokkoof jecha Haqa waliin jireenya ummataa cimsuti gufuu ta'uuf burraaqa.

Jaarraan jaarraa 21ffaati.🔆
Akka barametti osoo hin taane akka jaarraa kanaati of haaroosuun abbumaaf qoricha.

Address

Hirna

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Cultural Relativism posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Cultural Relativism:

Shortcuts

Share