Regasa Ahmed

Regasa Ahmed Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Regasa Ahmed, Hirna.

Suuraa kee bifa kanaan tolfachuun sitti ulfaatee rakkachaa jirta taanaan, kunoo deemi koomeentii jala seeni. Barreeffama...
13/12/2025

Suuraa kee bifa kanaan tolfachuun sitti ulfaatee rakkachaa jirta taanaan, kunoo deemi koomeentii jala seeni. Barreeffama achi jala jiru 'copy' gochuun, @gemini jalatti suuraa kee waliin garagalfadhu.

23/09/2025

Waliin Abdurahman Hussen – Reefu deeggartoota isaanii ka’aa jiran keessaa tokko ta’uun beekamtii argadheera! 🎉

04/06/2025

Hanga barbaadde narraa turtullee Amantaa gutuun kaniin ta'ee eegadhu suma qofa.......
••
••
°°°°° Yaa Hirriiba koo °°°°°

04/06/2025
04/06/2025

Makmaaksa
"Haadha🧕 laalii intala fuudhi"
ja'uu san expire date 📅 isaatu gahe moo maalif dargaggoonni itti fayyadamuu dhiisan sa🤔😜

Qarshiin kanaan dura   fixe baay'ee na gaddisiisa😭😭Osoon qusadhee turee silaa barana waaniin ittin   qama'u hin dhabu.🥺
04/06/2025

Qarshiin kanaan dura fixe baay'ee na gaddisiisa😭😭

Osoon qusadhee turee silaa barana waaniin ittin qama'u hin dhabu.🥺

Uuufff Yaa Garaa Jabeenya keeHarmeen kee:-🫵Si barsiisuuf qoraan baattee, hojii humnaa hojjattee, uffata namaa miiccitee....
04/06/2025

Uuufff Yaa Garaa Jabeenya kee
Harmeen kee:-
🫵Si barsiisuuf qoraan baattee, hojii humnaa hojjattee, uffata namaa miiccitee.....
🫵Ati arra barattee qoraan tahuufi dadhabdee? Uffatafi qaama ishee qulqulleessuufi dadhabdee?
🫵Siif jettee boossee imimmaan dhangalaastee, siif qalbii cabdee...
🫵Ati arra deebistee qalbii cabsitee boosistaa?
🫵Siif jattee Ijji ishee aaraan qoraafamtee, halkan hirriiba malee bultee...
🫵Ati haara galfii tahuufi dadhabdee?🥺🥺🥺

Abbaan kee:-
Lafaa qotee, Horii tiiksee,Oliifi gad deemee nagadee aduun mataa dhooytee,bokkaan mataa irraa gatee,
=dafqee si sooree
=gorsee si barsiisee
=galma kee siif karoorsee
=garafee kabajaa si barsiisee
🫵Ati arra Galata Isaa wallaaltee?

😡Rabbii kee hin sodaattuu har'a kan rakkinatti isaan gattu?
Adaraa kee maatii keetiif boqonnaa tahii isaan khaddamadhuu eebba isaanii unadhu! haqaa haadha fi Abbaan keenya nuura qabaan namaa daagattuu nuun godhiin Rabbiin nii danda'aa.
Amiiiiiiiin 🤲
Amiiiiiiiin 🤲
Amiiiiiiiin 🤲

Address

Hirna

Telephone

+251942241361

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Regasa Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Regasa Ahmed:

Shortcuts

Share