حمدىوارهو

حمدىوارهو Good BBC

17/04/2022
25/10/2021

Gurmaainsaa Manneen Hoji
Mootummaa Sadarkaa Aanaalee
Mana Maree Aanaa
2 Mana Murtil
Waajira Bulchiinsaa
Waajira Qonnaa,
5. Waajira Pabluk Sarvisil fi Misooma Qabeenya Namaa,
Waajjira Banoolaa
Waa|ifa Fayyaa,
8 Waajjira Abbaa Alangaa,
9 Waaira Bukchunsaa fi Nageenyaa,
10 Waajjira Bishaanifi Inariji;
11.Waajjira Maallaqaa,
12 Waajjira Aadaa fi Turizimi
13 Waajjira Latas,
14 Waajira Misooma Horsiisee Bulaa (Aanaalee Horsiusee bulaa
qoiatti)
15Waajjira Investimantii fi Industiril (Aanaalee waaj|irri
invastimanti jiru qofatti).
16 Waajjira Dargaggoo fi lspoorli,
17.waajjira Daldalaa,
18 Waaljira Galiıwwani,
19 Waajira Camaa Hoji Uumuufr Ogummaa
20.Waalira Koomunikeeshini,
21.Waajjira Daandi fi Loojistiksi
22 Waajjira Dhimma Dubartootaa fi Daaimmani,
23. Waajjira Dhimma Hojataa fi Hawaasummaa,
24 Waajjira Geejibaa,
25 Waajjira Hooggansa Sodaa Balaa fi Kaatamtoota Misoomaa.
26.Waajjira Babal ina Waldaa Hoji Gamtaa,
27.Waajjira Poolisi;,
28 Waajjira Eegumsa Naannoo,
29.Waaira Galmeessa Siivili
30 Waayjira Misooma Albuudaa (Aanaalee caasan Albuudaa
keessa jiru qota).
31.Waajira Milishaa
nhdii h iahu

24/10/2021

《《Seenaan arra isiniif qopheesse seenaa zamana
nabi mussaa kheessatti tahe.》》

↪️Guyyaa tokko Nabi Mussaan(AS) Rabbi wajjiin
maqoo bahee osoo jiruu Rabbii isaa akkana ja'e
gaafate, yaa Rabbii khiyya nama anaa wajji boru
jannata seenu eenyu akka tahe na beeysisii
addunyumarrattiin isa baruu fedhaa ja'ee Rabbi
gaafate.
Hogguu khana Rabbiin akkana ja'een, yaa mussaa
namni guyyaa boru si wajjiin jannata seenu
abaluu ilma abaluu, bakka abaluu ja'amutti
argamaa
yoo barbaadde deemi laali ja'een, nabi mussaan
nama khana baree, hojii inni hojjatuus maal akka
tahe baruuf jarjaree bakka inni jiru san deemee.
Hogguu arku huunoo mucaan dardara khanaa,
guyyaa gutuu magaalaa kheessatti foon gurguraa
oola, nabi mussaan ajaa'ibee namuma khanaatu
boru jannata naa wajji seenaa, maaluma
hojjateeti dhiiroo namni khun anaa wajji jannata
kheessa wanni isa taasise maali, hunoo hojiin
isaatiis naggada tahuu nin arkaa, hojii kheeyrii
tan addaa waan inni hojjatu hangaan arguu jalaa
hin hafu ja'eeti halaalarraa isa hordofuu jalqabe.
Mucaan dardartichi khun guyyaa guutuu foon
gurguraa oleeti hogguu halkanaawee gara mana
isaa galuudhaaf foon xiqqoo takka harkatti
qabatee hulaa dukkaanaa cuccufate jannaan,
nabi mussaan osoo of hin beeysisin nama
kheessummaa fakkaatee itti siqee akkana ja'een,
yaa obboleessoo halkan natti dhihee arra mana
khee nabulchi ja'een. Mucaan dardartichiniis
maal rakkoo qaba manni kha Rabbiiti humaa hin
rakkatin khottu najala ja'en.
Nabi mussaan gara mana mucaa dardarticha
wajji demeti waan mucaan hojjatu isa hordofuu
jalqabe, mucaan dardartichi akkuma mana
seenetti
foon harkaa qabu bilcheessee jaarti dullattii
mana
kheessa jirtu bira geessee, harka irraa dhiqee,
naachisee obaasee huccuu irraa jijjiree bakka
hirriba isii tolcheefii eega xumure booda jaartiin
dullattiin gurbaa dardartichaaf du’aa'ii gooteef
booda gurbaan gara nabi mussaatti dhufee isa
kheessummeessuu jalqabe.
Hoggu khana nabi mussaan gurbaa gaafate
akkana
jachudhaan, jaartiin dullattiin tullattiin tun maal

Address

Humbannaa Bareento
Hirna
0924

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when حمدىوارهو posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to حمدىوارهو:

Shortcuts

Share

Category