30/06/2025
انا لله وإنا إليه راجعون
Abbaan keenya Abbaan Obboleessa keenya Sooreessa Yadeta Juneydi Bekri gara ganda Aakhiraa godaanan.
Rabbiin Rahmata haa godhuuf, jannatul firdoosiin isaan haa qananiisu, ahlii saaniitiif sabrii iimaana haa kannuuf.
fi isaanii yoo Rabbiin fedhe guyyaa boruu magaalaa dirree dhawwaa ganda Aawwadaaytti namuu waliif dabarsaa jzk.