Obsaa Siraaj Kabira

Obsaa Siraaj Kabira Oro Brind to may your prayers

17/12/2025
29/09/2025

Hugo Ekitike is back.🇫🇷

04/09/2025

♻️Rassuulli Rabbii [[ﷺ]] akkana jedhaan guyyaa qiyamaa 😭ilmii nama hundii qaama qulla kan uffata hin qabnee miilla qulla kan kophe hin qabnee qabrii irraa kaaffamee garaa dirreجe Qiyaamaatii waliitti qabama jedhan hoggaa kana Aa'ishaan hattii mu'umintotaa (R.A)akkana jetteen yaa ♻️Rasullallaa [[ﷺ]]dhira fi Shamarran Waal illala moo Waal hin qaanfatani jetteen Rassuulli ♻️[[ﷺ]] akkan jedhaanii debbisaniif yaa Aa'shaa bar dubbiin akka har'aa illaluu kana mitti ilmi nama yeroo qabrii irraa kaaffamu lubbu kiyya nafsii nafs jechaa ibiddaa Jahannam ilaalee hundii nama akka waan dhagee maachaa'eettii hattii ilmo isii wallaltee jarsii jartii wallalee obbaleyaan Waal baqataan Waal dheysanii jedhaanii yaa obballeeyyan koo Rabbiin guyyaa cinqaan hammtuu san ijaa rahmatatii nu haa ilaaluu yaa Rabbii nama Amiiiiiiin jedheef qeebaliif nama share godhee qaama isaa irraatti ibiddaa harama godhii nama Ergamaa kee irraattii Salawataa buusuu jannataa olla isa godhii للهم صلى وسلم وبارك على نبينا محمد t.me/barruuf 🌱

01/07/2025
22/02/2025

WANTOOTA GURGUDDOO QAAMNI AKKA IITA'U TAASISAN
▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼

Wantoonni baayyeen taatee kanaaf sababa tahanis,kanniin gurguddoo tahan garuu:

1 Dadhabina onnee/Heart Failure.

☞iittoon miila irraa jalqabee suuta suuta ol deemuun qaama hunda waliin gaha.

2 Dadhabina Kalee/Renal failure

☞iittoon fuula irraa jalqabuun gubbaatii gad suuta suuta qaama hunda waliin gaha. Yeroo baayyee ganama ganama fuulli naannawa ijaatiin ni bobbokoka.

3 Dadhabina Tiruu/Liver Failure

☞iittoon garaa irraa jalqabuun suuta suuta qaama hunda waliin gaha.

4 Hanqina nyaataa/Malnutrition

☞kun keessattuu hanqina prootinaarraa kan ka'e yoo tahu yeroo baayyee ijoolleerratti muldhata. Akkaataan deemsa iitoo isaa akkuma kan dhibee onnee sana miilarraa ol-jalqaba.

https://www.youtube.com/

Address

Mayyuu Muluqee
Hirna

Telephone

+251949421377

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsaa Siraaj Kabira posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category