𝕁𝔼𝕄𝔸𝕃 𝕀𝕓𝕣𝕒𝕙𝕚𝕞

𝕁𝔼𝕄𝔸𝕃 𝕀𝕓𝕣𝕒𝕙𝕚𝕞 To teach our societies about Technology

SAGALEE WAAMICHAA KAN USTAAZ Raayyaa Abbaamacca 39ffaa (haaraya keessaa)Kan yeroo isiniif bilbilamu Nama Afeertan🕋700784...
25/02/2026

SAGALEE WAAMICHAA KAN USTAAZ Raayyaa Abbaamacca 39ffaa (haaraya keessaa)

Kan yeroo isiniif bilbilamu Nama Afeertan

🕋700784 ♻️ Karaan Nabiyyichaa kan nuti qabanne ballataa mullataa daandii dabanqabne
🕋700783 ♻️ Kana Irrate Jechuuti gonkumaa hinagartuu
🕋700782♻️ Hanga warri rafe dammaqu hirribaa kan duratti harkisaa kaan duubatti dhiiba
🕋700781♻️ Gumii biyya lafaa qooda maal fudhannee khaaznaa khaaliqaatti maal guduunfanne
🕋700780♻️ Gooftaa qalbiirra nuu keesse diinii islaamaa faamii sikadhanna sabriif istiqaamaa
🕋700779♻️ Galanni kan rabbii tiysee arraan nu gahee
🕋700778♻️ Fidaa isaanii haata'uu Nabiyyicha keenya
🕋700777 ♻️ Ergamaa Rahmataa nubadhaase Nimaa
🕋700776♻️ Dura Rabbii isa khallaqeen nagaa ta'uudha
🕋700775♻️ Amantii Jaalalaa amantii namoomaa

BREAKING NEWS: Ramadan 1447/2026 Crescent has been SIGHTED Subsequently, tomorrow i.e Wednesday, 18 February 2026 will b...
17/02/2026

BREAKING NEWS: Ramadan 1447/2026 Crescent has been SIGHTED

Subsequently, tomorrow i.e Wednesday, 18 February 2026 will be the first day of Ramadan 1447

Ramadan Mubarak!

مرحباً يا رمضانأهلاً رمضانمرحباً بشهر رمضان المبارك
17/02/2026

مرحباً يا رمضان
أهلاً رمضان
مرحباً بشهر رمضان المبارك

15/02/2026
إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَ...
31/01/2026

إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيماً
اَللَّهُمَّ صَلِّ علىٰ نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ وَعَلىٰ آلِهِ وَصَحْبِهِ وَسَلِّمْ تَسْلِيمًا كَثِيرًا ﷺ

Gatiin hajjii bara hijraa 1447ffaa dhibbantaa 15 hir'achuun ibsame.Gatiin hajjii bara hijraa 1447(2018) dhibbantaa 15.6n...
01/12/2025

Gatiin hajjii bara hijraa 1447ffaa dhibbantaa 15 hir'achuun ibsame.

Gatiin hajjii bara hijraa 1447(2018) dhibbantaa 15.6n hir'achuu manni maree waliigalaa dhimmoota islaamummaa Itoophiyaa beeksise.

Manni maree ol'aanoo dhimmoota islaamummaa Itoophiyaa dhimma hajjii bara hijraa 1447ffaa ilaalchisuun guyyaa har'aa miidiyaaleef ibsa kennee jira.

Kanuma irratti hundaa'uudhaan galmeen hajjii bara kanaatis guyyaa har'aa jechuunis sadaasa 22/2018 irraa eegaluun kan gaggeeffamu yoo ta'u baatii ammajjii 18tti akka xumuramu eeramee jira.

Itti waamamaan hajjiifi umraa Itoophiyaa Dr Muhaammad-saalih Jamaal akka ibsanitti gatiin hajjii kan bara darbe doolaara Ameerikaa 4921 ture bara kana (2018) doolaara Ameerikaa 4228tti gadi bu'uu ibsuun dhibbantaa 15.6 hir'achuu beeksisan.

Walumaa galatti manni marichaa bara kana tattaaffii ol'aanaa taasiseen gatii hajjii bara kanaa kan bara darbee irraa doolara Ameerikaa 693 yookaan sharafa amma jiruun birrii 108,801 akka hir'ise ifa godhe.

Akka ibsa manni maree waliigalaa dhimmoota islaamummaa Itoophiyaa agarsiisutti osoo sharafni birrii Itoophiyaa olka'uu baatee gatiin hajjii bara kanaa yoo xiqqaate birrii kuma 500 oliin hir'ata ture.

Haa ta'uu malee daballii doolaara Ameerikaafi sharafni birrii olka'uudhaan wal-qabatee gatiin hajjii bara hijraa 1447ffaa birriidhaan yeroo shallagamu kuma 740 akka ta'e beekkame.

Akka karoora mana marichaatti bara kana sadarkaa biyyaatti hujjaajota kuma 6 ol kan simatu ta'a jedhan.

Galmee bara kanaa karaa salphaa ta'een xumuruudhaaf buufataalee galmee 30 ol qopheessuun hojjachaa jiraachuu beeksise.

11/11/2025

ILAAHII qajeelluma sirraa ta'een nu/na qajeelchi...
Rizqii sirraa ta'een nu duroomsi!
Aamiin!

إِنَّ ٱلَّذِينَ كَفَرُواْ سَوَآءٌ عَلَيۡهِمۡ ءَأَنذَرۡتَهُمۡ أَمۡ لَمۡ تُنذِرۡهُمۡ لَا يُؤۡمِنُونَ
30/09/2025

إِنَّ ٱلَّذِينَ كَفَرُواْ سَوَآءٌ عَلَيۡهِمۡ ءَأَنذَرۡتَهُمۡ أَمۡ لَمۡ تُنذِرۡهُمۡ لَا يُؤۡمِنُونَ

09/09/2025

Address

Serkema
Harerge

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when 𝕁𝔼𝕄𝔸𝕃 𝕀𝕓𝕣𝕒𝕙𝕚𝕞 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to 𝕁𝔼𝕄𝔸𝕃 𝕀𝕓𝕣𝕒𝕙𝕚𝕞:

Shortcuts

Share

Category