Mana baruumsa darakkuu

Mana baruumsa darakkuu Tokkummaan lammii keenya roga barnootaatiin misoomsuuf kutanneerra.

Hawaasa mana baruumsaa sadarkaa tokkoffaa darakkuu irraa fayyadamoo tahuu qaban hunda hirmaachifnee, wantoota manni baruumsichaa hawaasicharraa barbaadu isaan hubachiifnee, kan mootummarraa barbaadamu itti gaafachaa, hawaasaa waliin tokkoomnee roga barnootaatiin ummata wiirtuu beekkumsaatiif mana baruumsichaa abdatuu fi eeggatu bu'a qabeessa taasifnee argamuuf imaanaa nutti kenname ni bahanna!

Address

South, Dereku
Harerge

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana baruumsa darakkuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share