Alamuddiin

Alamuddiin Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Alamuddiin, Medical school, Deder, Harerge.

01/05/2025
21/04/2025

Everything is passed with its time

21/04/2025

Everything is passed with it's time

Afaan kee diina jalqabaa jiruu keetiiti. Jireenya tasgabbaawaafi umrii dheertuu jiraachuu yoo feete walitti cufadhu πŸ€πŸ‘Œ
28/01/2025

Afaan kee diina jalqabaa jiruu keetiiti. Jireenya tasgabbaawaafi umrii dheertuu jiraachuu yoo feete walitti cufadhu πŸ€πŸ‘Œ

Suuraa kana sirritti yoo laalte qofa siif gala! Simbirri gaafa lubbuun jirtu mixii nyaatti.Mixiinis dabaree ofii Eegatte...
21/01/2025

Suuraa kana sirritti yoo laalte qofa siif gala!

Simbirri gaafa lubbuun jirtu mixii nyaatti.
Mixiinis dabaree ofii Eegattee Gaafa simbirri duute nyaatti, yerootu waa hunda jijjiira,kanaaf ani jabaadha jattee hin fokkorin. Bakkatti hafaa fi jabaan rabbi qofa.

Tarii ati Har-a cimaa ofitti fakkaachuu dandeessa;
garuu guyyaa tokkootu jira, kan inni ati har’a laafaa jattee miite dabareen cimaa ta’ee sitti dhufu.!….!

Kanaafu haaluma kamuu keessatti kan sii gadi jiru hin miidhin. βœοΈπŸ‘πŸ™

Baraa fi  furguggee gad-jedhanii dabarsuu jedhan Akka baran dhiisanii akka baraa jala deemu Saniifuu hii____Yaa bara jen...
14/01/2025

Baraa fi furguggee gad-jedhanii dabarsuu jedhan Akka baran dhiisanii akka baraa jala deemu Saniifuu hii____Yaa bara jennaan yaa baraa dhiisii harka okkotee keessaa na baasi jette hattuun jedhanπŸ˜₯_____??

WAA AFUR QABAADHUβ€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’1: Haala gaarii(Naamusa)2: Obsa garaa3: Beekkumsa Sammuu4: Ogummaa Harka...
14/01/2025

WAA AFUR QABAADHU
β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’

1: Haala gaarii(Naamusa)
2: Obsa garaa
3: Beekkumsa Sammuu
4: Ogummaa Harkaa Qabaadhu

WAA LAMA QALBII FAYY ISA.
* Sadaqaa Khennuu.
* Qur'aanaa fii Hadiisa Barachuu

WAA LAMA QALBII GOGGEEYSA.
* Kolfa Baayyisuu.
* Muuziqaa.

WAA SADI WAA SADIHIN DABARSI.
* Furguggee Gad Jedhii Dabarsii.
* Rakkoo Kolfaan Dabarsii.
* Jecha Namaa Kolfaan Dabarsii.

Waa Lama Jarjartee Kheessa Hin Seenin.
* Dubbii Kheessa Hin Beeynee
* Bishaan Gadi Fageenya Saa Hin
Beeynee Hin Seenin.

Waa Shan Waa Shaniin Tola.
* Jireenyi Fayyaan Tola.
* Hirriibnni Yaada Gaariin Tola.
* imaltuun Saahiba Gaariin Tola.
* Halkan Zikrii Rabbiin Tola.

Namni Lama
* Tokko Kan Kheeyriin Saa
Adduunyaarraa Wal geeysse.
*Tokko Kan Hammeenyaan Biyya
Balleeysee.

Ammallee Namni Lama.
* Sooreessa Qabeenyaa Kan Ammoo
Hiyyeeysa.
* Hiyyeessa Dhabaa Ammoo Sooreessa.

Waa Takka Nama Hin eegdu.
* Suni Yeroodhaa itti Fayyadami.

Waa Sadi Kabajii.
* Hojii Khee.
* Yeroo Khee.
* Haadhaa Fii Abbaa Khee.

Waa Sadi irraa Fagaadhu.
* Dhukkuba Hamaa.
* Saahiba Badaa.
* Abaarsa Haadhaa.

Waa Sadi Eeggadhu.
* Amaanaa.
* irbuu(Waadaa).
* Safuu.

Waa Tokko Ergisaa Hin Taatu.
* Suni Haadha Manaati(Jaartii)

Waa Lama Yeroo Qabdu gargaari.
* Qabeenya Yeroo Qabdu
Hiyyeeysa Gargaari.
* Dargaggummaa Yeroo Qabdu
Nama Dulloome Gargaari.

Waa Sadi Sirraa Hin Oolan.
*Hiyyummaa(Durummaa).
* Dullummaa.
*Du'a.

Waa Afur Jaaladhu.

* Hubachuu.
* Barachuu.
* Hoojjachuu.
* Falmachuu.
Rabbiin hunda
Isiin haa kennu
Ammiin ja.aa godha

Page kottiif haraa tanan
follow godha

Before five year α‰₯ሎ Facebook story አመጣልኝ::  αŠ₯αŠ•α‹°α‹š α‰£αˆˆ α‰…αŠ” αŠα‰ αˆ­αŠ© αŠ₯αŠ•α‹΄πŸ™‚β€β†”οΈαŠ₯α‹¨αˆ˜αˆ°αˆˆαŠ• α‰°α‰ΈαŒˆαˆ­αŠ• α‹¨αˆ³α‰€ αˆαˆ‰ α‹°αˆ΅α‰°αŠ›α‹«αˆˆα‰€αˆ° αˆαˆ‰ α‰°α‰ α‹³α‹­α‹«α‹ˆαˆ« αˆαˆ‰ αŠ α‹‹α‰‚ α‹αˆ α‹«αˆˆ ...
25/12/2024

Before five year α‰₯ሎ Facebook story አመጣልኝ:: αŠ₯αŠ•α‹°α‹š α‰£αˆˆ α‰…αŠ” αŠα‰ αˆ­αŠ© αŠ₯αŠ•α‹΄πŸ™‚β€β†”οΈ

αŠ₯α‹¨αˆ˜αˆ°αˆˆαŠ• α‰°α‰ΈαŒˆαˆ­αŠ•

α‹¨αˆ³α‰€ αˆαˆ‰ α‹°αˆ΅α‰°αŠ›
α‹«αˆˆα‰€αˆ° αˆαˆ‰ α‰°α‰ α‹³α‹­
α‹«α‹ˆαˆ« αˆαˆ‰ αŠ α‹‹α‰‚
α‹αˆ α‹«αˆˆ αˆαˆ‰ α‰΅αˆα‰΅

α‹¨α‰³αˆ°αˆ¨ αˆαˆ‰ α‹ˆαŠ•αŒ€αˆˆαŠ›
α‹«αˆ³αˆ°αˆ¨ αˆαˆ‰ αŠ•α
α‹¨α‹ˆαŒ£ αˆαˆ‰ α‹¨αˆ›α‹­α‹ˆαˆ­α‹΅
α‹¨α‹ˆαˆ¨α‹° αˆαˆ‰ α‹¨αˆ›α‹­α‹ˆαŒ£

α‹«αˆ½α‰ƒα‰ αŒ  αˆαˆ‰ αŠ αα‰ƒαˆͺ
αŠ₯α‹‰αŠα‰±αŠ• α‹¨α‰°αŠ“αŒˆαˆ¨ αˆαˆ‰ αŠ­α‰

α‹¨αŒˆαŒ αˆ˜ αˆαˆ‰ α‰£αˆˆα‰…αŠ”
α‹¨α‹˜αˆ˜αˆ¨ αˆαˆ‰ αˆ˜αŠ•αˆαˆ³α‹Š

αŠ₯α‹¨αˆ˜αˆ°αˆˆαŠ• α‰°α‰ΈαŒˆαˆ­αŠ•

14/12/2024

Address

Deder
Harerge

Telephone

+251949844500

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Alamuddiin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category