Yuusuf Zaabir Alii Abbaa Eebbisaa

Yuusuf Zaabir Alii Abbaa Eebbisaa Jireenya kee keessatti ilma namaatiif waan gaarii yaadi garuu namarraa waan gaarii hin eeggatin!

04/04/2026
06/03/2026
*🛑 "ሻዕቢያ በድርድር አያምንም!"* _- ጀነራል ሳሞራ_ *"እኔ ሻዕቢያን ለ44 ዓመታት አውቀዋለሁ። ቁጭ ብሎ ተወያይቶ ችግሮችን መፍታት እንደ ወንጀል የሚቆጥሩ፣ ሽብርን እንደ መፍትሄ የሚ...
03/11/2025

*🛑 "ሻዕቢያ በድርድር አያምንም!"*
_- ጀነራል ሳሞራ_

*"እኔ ሻዕቢያን ለ44 ዓመታት አውቀዋለሁ። ቁጭ ብሎ ተወያይቶ ችግሮችን መፍታት እንደ ወንጀል የሚቆጥሩ፣ ሽብርን እንደ መፍትሄ የሚሞክሩና ጦርነትን ህጋዊ አማራጭ ለማድረግ የሚጥሩ ናቸው"*

_እኛ ስንዋጋ፣ እነ ስብሃት ከጠላት ጀነራሎች ጋር ይገናኙ ነበር!_

እጅግ በጣም ከሚያሳዝኑኝና ከሚያስቆጩኝ ጉዳዮች አንዱ ይሄ ነው። አስቡት፣ እኛ ግንባር ላይ ከሻዕቢያ ሰራዊት ጋር ደማችንን እያፈሰስን፣ የትግራይ ወጣቶችን ጨምሮ ከመላው ኢትዮጵያ የተውጣጡ የሀገር ልጆች እየተማገዱ፣ የፖለቲካ አመራር ላይ የነበሩት እነ ስብሃት ነጋ ከኤርትራ ጀነራሎች ጋር በድብቅ ይገናኙ ነበር። እኛ በወታደራዊው ክንፍ የነበርነው ይህን መረጃ ጨርሶ አልነበረንም፤ ነገሩን በኋላ ስንሰማ እጅግ በጣም አዘንኩ። ያኔ የገባኝ፣ ጦርነቱ እኛ እንደምናስበው የሀገር ሉዓላዊነት ጦርነት ብቻ ሳይሆን၊ በውስጡ ሌላ የተደበቀ ፖለቲካዊ ሴራ እንደነበረው ነው። ለትርጉም አልባ ጦርነት ነው በርካታ ወንድሞቻችንንና የትግራይ ወጣቶችን ያጣነው።

 !Imala Ol Ka'iinsaa._______Galmoota badhaadhinaa milkeessuudhaan ol ka'iinsa biyyaa dhugoomsuuf Aanichatti xiiqiin hojj...
29/10/2025

!
Imala Ol Ka'iinsaa.
_______
Galmoota badhaadhinaa milkeessuudhaan ol ka'iinsa biyyaa dhugoomsuuf Aanichatti xiiqiin hojjatamaa jira.Bu'uuruma kanaan Ayyaanni Q/bulaa Aanaa Dadar Ganda Lameen Walta'aatti Dhaadannoo"Qonna Kilaastaraa, Guddina Amansiisaaf" jedhuun Iddoo Hogganssii olaanoon Aanichaa fi Adda dureen Godinichaa,Deeggarssaaf Aanichatti gadi bu'an argamanitti bifa ho'aa taheen kabajamaa oleera.

Imala olka'iinsaa eegalleerra. Imalli kun bu'uura dinagdee, hawaasummaa fi siyaasaa jabaa ijaaruudhaan lammii hunda fayyadamaa gochuun gamatti biyya jabduu ijaaruu taate ijaaruu kan kaayyeffatedha.

Misooma gama qonnaatiin eegalametti kalaqa dabalaa, baay'inaa fi ariitiidhaan hojjachaa waggaatti yeroo lamaa fi isaa ol oomishuudhaan imala birmadummaa diinagdee dhugoomsuuf eegalame saffisiisuuf hojjetamaa jira.Kunis xiyyeeffannoon hooggansi jijiiiramaa damee misooma qonnaatiif kenne olaanaa ta'uu kan agarsiisuudha.

29/10/2025

Address

Deder
Harerge

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yuusuf Zaabir Alii Abbaa Eebbisaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share