12/09/2025
Tuqaan xiqqoon takka hima dheeraa tokko dhaabuu dandeessi garuu tuqaan sun yoo baayyatte himaa dheeraa gootee itti fufsiifti.
Ajaa'iba garuu Dhugaadha.
Akkasuma xumurri waan tokkoos jalqabbii biraa qaba, jalaqabbii bara 2018 kanaas jalqabbii bareedaa nuuf haagodhu.