Hawaasa Aanaa Kombolchaa

Hawaasa Aanaa Kombolchaa Hawaasa Aanaa Kombolchaa hundaaf ibsituu yeroo hundaati!

26/11/2025

With Fabrizio Romano – I just got recognized as one of their rising fans! 🎉

16/09/2024
15/10/2023

Du'aan adunyaa kana irraa darbuu artisti Haloo Daawwee yemmuun dhagahu gadda guddaatu natti dhagahame. Artisti Haloo Daawwee Aartiifi Qabsoo Ummata Oromoo walfaana adeemsisuudhaan gama lachuunuu gumaacha guddaa taasistee jirti. Artistii gameettii akka kanaa dhabuun ummata keenya mara biratti gadda guddaa kan uumuudha.

Du'aan addunyaa kanarraa darbuu Artisti Haloo Daawweetiin gaddi guddaa natti dhagahamuu irra deebidhaan ibsaa, maatii, firoottan, dinqisiiffattoota hojii isheefi ummata keenya maraa jajjabina hawwa!

15/10/2023

Halloo Daawwee

Halloo Daawwee artistii qofa miti. Ogeettii ijaarsa sabboonummaa, obbolummaa fi tokkummaa sabaa ti. Onnee guutuun jabina, aadaa, duudhaa fi miidhaga sabaa faarsite. Sagalee mi’aayuun ashaaraa waaru keechee tarte. Qabsoo sabaa keessattis qooda jabaa gumaachite! Duuti waan hin oolle ta’us jabduu fi sabboontuu akka Halloo dhabuun guddoo garaa nama nyaata. Ammoo qaamaan malee yaadaan nurraa hin fagaattu. Biyyoon isiif haa salphatu. Maatiin, firrii fi lammiin marti haa jajjabaatu!

Of hin beeknuuf nama raajeeffanna!!!
26/08/2022

Of hin beeknuuf nama raajeeffanna!!!

Hawaasa Hawaasummaan isaa karaa garagaraatin jalaa manca'e diingadee fi siyaasa isaa fooyyeessuun hin danda'amu.
30/04/2022

Hawaasa Hawaasummaan isaa karaa garagaraatin jalaa manca'e diingadee fi siyaasa isaa fooyyeessuun hin danda'amu.

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hawaasa Aanaa Kombolchaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Hawaasa Aanaa Kombolchaa:

Shortcuts

Share