28/06/2026
ASalaam Maleeykum Waramtullahi Wabarakaatu.
Obboleessi keenya Abdi Regasa yeroo gara Islaamummaatti dhufe,Namoonni beekumsa qaban isa simatan! warri ogummaa fi qalbii qabanis harka isaanii diriirsan😍
Kun ammoo amala Islaamummaati. Islaamummaan Nama ofitti dhiyeessuudha Yaa lammii koo! Islaamummaa fudhadhaa❤️ Muhammad ﷺ kennaa Namni achi booda hiyyummaa hin sodaanne Namaa kenna😍 Islaamummaan arjummaa, garraamummaa, gara-laafummaa fi Nama kabajuudha. Ammoo Nama jaallachuun yookaan Namaaf garaa laafuun gowwummaa miti; amala gaarii amantiin keenya Nu barsiisedha.
Kana keessatti waantii akkaan Aja'ibuu Hayyaa Jama
YAA ummata keenya nutii duranuu beekanee Gafaa Akka Akkaa yeroo Akkan warreen jechaa jirtaanii fi Diraamaan dheeraadha.Diraamaan kun yoom goolabama garuu ?
Hizbii keenya Abdi Regasa maal jedhaa waa'ee Obboleessa isaa atii Heydar Abdii bilisummaa kun atii Garuu Bayy’een Aja'ibaa waan araa dubbatu kaaless maltuu dubbii sii kuute moo Araa Maqaa kee balleessaa Jalaa off baasa jettii yoo dhugumaan Waantotaa Abdiin nii qabaa jettee dubbatu kaan qabatee soba Amantii Islaamummaa irratti fakkeessaa jiruu osoo argiituu Maltuu sii calisiisee Kaan jedhuu Gaafii namaa hundaatii Araa maqaan kee balleessaan tuqamman Dubbatee kaan jedhuus gaafii soba Amantii Islaamummaa irratti fakkeessaa jiruu kaan Abdiin fakkeessuu jiraa jettan ijaa argiitee ustee saniitu maqaan kee balleessaan tuqamman Dubbachuu keetu Rakkoo Amantii Dubbachuu caala kaan maqaa ofii dubbachuu caala kaan jedhuu deebii kennaa Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan!Namni waan dhaga'e hunda odeessuun qofti yakka isaatif ga'aadha.Miidiyaan gabaa Namni hundi itti wal arguudha. Ooyruu Namni waan fedhe itti facaafatuudha. Garuu Namni waa facaafate sanuma haammata!. Yoo har'as hin taane bor fuula Rabbii duratti Ni gaafatama sheekin jamal hajii edaa irraa Dubbatee
Inni ittii annuutii Duranu beekanee warreen jettu Keybii Fuula Duraa beekuu Rabbii namaaf hin kenninee kanaafuu Irraa off qusadhaa jechuun barbaadda 👍