Chela Abdujebar

Chela Abdujebar Of jaalata kessan Only me
(1)

Yaroo tokko tokko gochoota fi haala tokko tokko🙇   hubachuu male dubbachuf wantoota sidanqan akka jiran argitee liqimsit...
11/10/2026

Yaroo tokko tokko gochoota fi haala tokko tokko🙇 hubachuu male dubbachuf wantoota sidanqan akka jiran argitee liqimsitee usuu filatta🤦

Hin ariifatin male guyyaan gochoota saniif deebisaa laattu akka dhufu beeku qabda 👌🫰

Arabtichi hatame yoom gala jattan sah ?🤣

  ❤️🙏Hawaasa keenya Aanaa Baddannoo fi qooda fudhattoota sagantaa simannaa obboleessa keenya Murtee Show 1  1   simannaa...
11/10/2026

❤️🙏
Hawaasa keenya Aanaa Baddannoo fi qooda fudhattoota sagantaa simannaa obboleessa keenya Murtee Show 1 1 simannaa ho’aa fi kabajaa guddaa gootaniif isin galateeffanna.
Keessattuu hojii isaa fi injifannoo isaa akka kan keessaniitti ilaaltanii, cinaa dhaabbachuun keessan baay’ee nu gammachiise jira. ulfaadha isiniin jachuun barbaada🙏

Addatti, Bulchaa Aanaa Baddannoo Obbo , Kabajaa fi jaalalli inni dargaggeysaaf qabu hamilee fi abdii guddaa kan dhalootaaf tahuudha ulfaadhu nuuf jiraadhu jannaan👏🏿

obboleessa keenya Murtee Adnaan hojii isaa kana caalaatti jabaatee akka itti fufuuf cheekii 100,000 (kuma dhibba tokkoo) isaaf kennuudhaan jabaadhu kana boodas sicinaan jira ja'e injifannoo isaattis hedduu akka gammade ibse galatoomi siin jechuun barbaada.🙏👏

Tumsii fi deeggarsi akkanaa hojii gaarii dhalootaaf bu’aa qabu caalaatti akka guddatu taasisa waan ta'eef.

Irra deebi'ee bulchaa aanaa baddannoo hedduu takka galatoomi siin jechuun barbaada ❤️🙏

Baga gammadde my brother Murtee Show 1
11/10/2026

Baga gammadde my brother
Murtee Show 1

11/10/2026

✍️ Kitaaba banaa of hin godhin,
namnni dubbisuu hin beeknne
banee si ciccira.📖.💔..!

11/10/2026

"Biiftuu" n maqaa shamarranii kan itti ta'eef yeroo aduun akkasitti si gubuu siif hubatama😭😂

Intala Elamoo qilxuu intala goota baga nagayaan gara biyya abbaa keeti dhufte 🙏💚 Abdii Nesru
10/10/2026

Intala Elamoo qilxuu intala goota baga nagayaan gara biyya abbaa keeti dhufte 🙏💚 Abdii Nesru

08/10/2026

Gammoojjii Somaaliyaa hanga Karraa Marraatti birmadummaa Itiyoophiyaaf aarsaa kan kaffalan gootota Raayyaa Ittisa Biyyaati.



  Baga gammadde ammalle duratti my brother 🤚Abdii Nesru
08/10/2026


Baga gammadde ammalle duratti my brother 🤚
Abdii Nesru

Biyya keenya wajjin jirra nuti! 🇪🇹🥰💪🌹Itoophiyaan biyya keenya, eenyummaa keenya, seenaa keenya fi abdii dhaloota keenyaa...
08/10/2026

Biyya keenya wajjin jirra nuti! 🇪🇹🥰💪🌹

Itoophiyaan biyya keenya, eenyummaa keenya, seenaa keenya fi abdii dhaloota keenyaati. Rakkoo kamiyyuu yoo dhufe, yeroo gammachuu fi yeroo rakkinaa biyya keenya wajjin dhaabanna.
Tokkummaan keenya humna keenya.
Waliif dhaabbachuun keenya jabina keenya.
Biyya keenyaaf jaalala qabnu jecha qofaan osoo hin taane, hojii fi tokkummaan agarsiifna.
Namni biyya isaa jaallatu, biyya isaa nagaan, seeraan karaa sirrii ta’een akka jiraattu hawwa nutiis nagaa, tasgabbii fi kabaja waloo barbaanna garuu mirga biyya keenyaa fi kabaja isi tiksuu irraa duubatti hin deebinu.
Itoophiyaa koo, yeroo hundaa si wajjin jirra!
Oromoo koo biyya keenyaaf tokkummaa!
Biyya keenyaaf nagaa!
Biyya keenyaaf kabaja!
Biyya keenyaaf jaalala!
Har’aas, borus, yeroo hundaa.
Biyya keenya wajjin jirra nuti! 🇪🇹❤️💪
Afaan Oromooti jedhe Kedir mertu .

Arraba dheeratti             Baala AdaamiiGadheen Uuruu Sombaa …  biyya ofii irratti qoosaan hin jiru.🤝 Kessa nama beekt...
08/10/2026

Arraba dheeratti
Baala Adaamii
Gadheen Uuruu Sombaa … biyya ofii irratti qoosaan hin jiru.🤝

Kessa nama beektun kessa qabattee namaaf laatti ja'e hacen 👌🫡

Biyyakoo Eeguufan galaana Diimaa kutee

Address

Addis Ababa
Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chela Abdujebar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share