Dargagonii gachenaa biyyaa offitii

Dargagonii gachenaa biyyaa offitii Tokkummaan Human lafee dugudaa jijjiramaa Kenyaattii santuu seraa

23/09/2024
22/09/2024

Itoophiyaa Badhaate dhugoomsuu!
*******
Itoophiyaa badhaate dhugoomsuun kaayyoo ijoo Paartii Badhaadhinaa yoo ta’u gama diinagdee, siyaasaa fi hawaasummaatiin galmoota qabaman dhugoomsuuf hojjachuu irratti argama.

Gamlmoota badhaadhinaa gama hundaa dhugoomsuuf sochii taasifamaa jiruun diinagdee fedhii bu’uraa uummattootaa karaa itti fufiinsa qabuun guutuun guddina ariifataa fi hunda galeessa ta’e mirkaneessuuf hojjatamaa jira.

Gama biraatiin dhaabbilee aadaa dimokiraasii dagaagsuuf barbaachisoo ta’an diriirsuun akkasumas biyya bilisummaa fi walqixxummaan itti mirkanaa’ee fi lammiileen hundi gammachuudhaan keessa jiraatan ijaaruudhaan gamatti duudhaa, sonaa fi aadaa gaarii jabeessuudhaan dhaloota naamusaa gaariin ijaarrame horachuu, lammiilee fayyaa qabeessa fi sammuun guddatan uumuun badhaadhina gama hawaasummaa, diinagdee fi siyaasaa galmaan gahuuf xiyyeeffannaa addaatiin hojjatamaa, bu’aawwan jajjabeessaanis galmaahaa jira.

21/09/2024
17/09/2024
17/09/2024

Address

Harar

Telephone

+251913457604

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dargagonii gachenaa biyyaa offitii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Dargagonii gachenaa biyyaa offitii:

Shortcuts

Share