26/06/2024
Odeeffannoo Arifachiisaadha! Ammuma Walii qoodaa namoota baayyee biraan gahaa !..
Konkolaataan kun kan yatii-monniifi misk-iinonni hedduun ittiin tajaajilamaniidha .
Konkolaataa kun kan ustaaz Nuuruu Turkii ti.
Amma galgala kana naannawaa sa'aatii 11:15 'nii kheessa bakka hojii isaanii magaalaa Finfinnee naannawaa Addis sefer Askoo balbala kaaffee Afnaan jedhamuu hata-meera.
Lakkoofsi gabatee AA 29921 koodii 3
Konkolaataa doolfiinii haalluu meetii/siilvariiti.
Odeeffannoof yoo argattan lakkoofsa bilbilaa armaan gadii kana irratti bilbilaa
๐
0911958452/0911715649
Tumsa gootanu hundaaf Rabbii Mindaa isaa isiniif haa herreegu.