Sigicha primary school comunication

Sigicha primary school comunication Education chanal

07/12/2025
24/11/2025
29/12/2024
29/12/2024

Like

Beeksisiisa
29/12/2024

Beeksisiisa

Yadaanoo bara 2015
29/12/2024

Yadaanoo bara 2015

Hoggansa koo kan jalqabaa jabaa nama fi Sayiba kiyyaa qalii waliin yeroo ture saan !!! Naaf jiradha. Qaliwaan koo. By Ab...
27/12/2024

Hoggansa koo kan jalqabaa jabaa nama fi Sayiba kiyyaa qalii waliin yeroo ture saan !!! Naaf jiradha. Qaliwaan koo. By Abdii Sammaan

Baga nagaahan gara hojii Online dhuftan nama tokko gara liinkii kana affeeruun qarshii 10 argachuu dandeessu. Qarshiin k...
01/11/2023

Baga nagaahan gara hojii Online dhuftan nama tokko gara liinkii kana affeeruun qarshii 10 argachuu dandeessu. Qarshiin keessan yeroo 100 guutuu baafachuu dandeessu.

Sadarkaa naannootti Hararitti kan guyyaa Boruu kenamuu demuu qorumsa kutaa 8ffaa kan qoramuu demaan hundaaf baga nagaan ...
02/07/2023

Sadarkaa naannootti Hararitti kan guyyaa Boruu kenamuu demuu qorumsa kutaa 8ffaa kan qoramuu demaan hundaaf baga nagaan gessan . Qorumsii kan gammachuu kan milkii issiniif haa tahuu jechuun maqaa mana barumsa fi maqa koon gammachuu koo dabarsuu kan jedhu D/B/M/B Sigichaa kan tahe barsiisa Badrii Abduramanii dha. Irraa debihun baga gessan baga genye.

Guyyaa 6/4/2015 Mana barnoota sigichatti Mariin CPD barsiisoota fi hoggansa mana barumsa sigichaa sadarkaa tokkoffaa kes...
15/12/2022

Guyyaa 6/4/2015 Mana barnoota sigichatti Mariin CPD barsiisoota fi hoggansa mana barumsa sigichaa sadarkaa tokkoffaa kessatti mariin CPD barsiisoota fi hoggansa mana barumsa wajiin bifaa Kanan cacabsamee marii godhamaa jira

Guyyaa 4/3/2015 Aanaa Diree Xayyaara kilastara sigichaa irratti mariin haala yeroo irratti barsiisota kilastara kenyaa w...
13/11/2022

Guyyaa 4/3/2015 Aanaa Diree Xayyaara kilastara sigichaa irratti mariin haala yeroo irratti barsiisota kilastara kenyaa wajjin bifa ho’aa tahen gaggeeffamaa olee jira.

Guyyaa 30/2/2015 Mana barumsa sigicha sadarkaa tokkoffaa kessatti Ayyaana saba fi sablammoota akka biyya kenyaatii marsa...
09/11/2022

Guyyaa 30/2/2015 Mana barumsa sigicha sadarkaa tokkoffaa kessatti Ayyaana saba fi sablammoota akka biyya kenyaatii marsaa 17ffaa akka mana barumsaa kenyaati bifaa kanaan kabajaa oleera .

Address

Diree Xayyaara Woredaa
Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sigicha primary school comunication posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category