Walin Distance Education

Walin Distance Education Walin Distance Education Stands for Quality Education.

04/08/2026
03/08/2026
Barattoonni Kolleejjii Waliin haala bareedaadhaan guyyaa har'aa Galma Poolii Teeknikaatti eebbifamaniiru. Barattoonnii f...
02/08/2026

Barattoonni Kolleejjii Waliin haala bareedaadhaan guyyaa har'aa Galma Poolii Teeknikaatti eebbifamaniiru. Barattoonnii fi maatiin barattootaa baga gammaddan.
Congra!!

02/08/2026
Barattoonni Kolleejjii Waliin guyyaa har'aa Eebbifamaa jiru.Barattoonni keenya guyyaa har'aa eebbifamtan baga waaqayyo i...
02/08/2026

Barattoonni Kolleejjii Waliin guyyaa har'aa Eebbifamaa jiru.
Barattoonni keenya guyyaa har'aa eebbifamtan baga waaqayyo ittiin isin gahe, baga gammaddan, Congra!
Gammachuun keessan itti haa fufu!

Guyyaa 21/11/2018Oolmaa keenya guyyaa har'aatiin Godina Qeellam Wallaggaa Dhaabbata Barnoota Fagoo Waliin Damee Dambi Do...
28/07/2026

Guyyaa 21/11/2018
Oolmaa keenya guyyaa har'aatiin Godina Qeellam Wallaggaa
Dhaabbata Barnoota Fagoo Waliin Damee Dambi Doolloo daawwannee, Mana barumsaa Oliiqaa Dingilitti argamuun bakka I/G Waajjiraa fi ogeeyyiin waajjira barnootaa, barsiisonnii fi barattoonni jiranitti marii cimaa taasisuun jaalalaan xumurree jirra.
Galatoomaa warri Dambi Doolloo!

Barattoota Dhaabbata barnoota Fagoo Waliinitti qabxii olaanaa galmeesisan.Galatoomaa, cimaa itti fufaa!
24/07/2026

Barattoota Dhaabbata barnoota Fagoo Waliinitti qabxii olaanaa galmeesisan.
Galatoomaa, cimaa itti fufaa!

19/07/2026

Qaxaleewwan Gujii!!

Address

Ambo, Oromia
Hagere Hiywot
9604

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Walin Distance Education posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category