Abdii rabbitiin Asgenne

Abdii rabbitiin Asgenne Rabbiin jedhaa waljaalladhaa

15/04/2025
08/03/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Qeerroo Ganama, Alii Obsa Emil

27/03/2024
12/09/2022

Dhihoo tana hojiidhaaf naannoo gammojii keessa ture. Manguddoo bara bulchinsa haylasillasee ture tokkon wal arge waa'ee yeroo sanii naaf hime wantoota inni naaf hime baay'eedha garuu ammaf tokko isiniif hima innis yeroo san namicha tokkotti naannoo baalee tana bulcha innis gangee wahii ta irraa hin buune namattu qabeefi deema achirra taa'ee ajaja baasa jedhe ""midhaan waranaaf kennamu jedhee Ganda mararrayyu garuu gindoo kudhan kudhan irra kaahan jedhe"dubartoonni amarri nun dhiisi jedhanii garbuu tumanii akkasi bilcheesani gindoo hanga irra kaahan San yeroo jedhametti qopheessani waranaaf ergan jedhan"" Mee yeroo ammaa kanaan maaltu wal isinitti fakkata waan yeroo saniitin

  ====Hagayya 20, 2014- Mootummaan tarkaanfii wiirtuuwwan humna waraanaa Juntaarratti fuulleffate kan fudhatu ta'uu Taja...
26/08/2022


====
Hagayya 20, 2014- Mootummaan tarkaanfii wiirtuuwwan humna waraanaa Juntaarratti fuulleffate kan fudhatu ta'uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Ummanni Tigiraayi naannoo leenjii fi kuusaa meeshaalee waraanaa Juntaarraa akka fagaatu yaadachiseera.Mootummaan hanga ammaatti balbala isaa nageenyaaf banaa taasise eeggatuus, Juntaan haleellaa isaa itti fufeera.Haaluma kanaan Mootummaan Federaalaa haalduree tokko malee mariif qophii ta'uun akkuma eeggameetti tahe, humnoota looltummaa madda farra nageenyaa tahan bakkeewwan dawoo isaanirratti tarkaanfii ni fudhata.
'
Kan waan taheefis lammiileen Tigraayi keessa jirtan keessattu meeshaalee looltummaafi bakkeewwan leenjiii garee Juntaa jiran irraa akka of fageessitan gorsa isiini dabarasina.

24/08/2022

Obboo itti/G ta'uun itti fufaanii jiru...Barri Kan Milkii siif haata'u jenna.

24/08/2022

‼️

Obboo Muhaammad Ahmad (Shuraan)
I/G Waajjira Daldalaa Godina Baalee bahaa tahuun Muudamaniiru.

Jabaa Koo...Bara hojii gaarii‼️

Address

East Bale Zone
Ginnir

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdii rabbitiin Asgenne posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Abdii rabbitiin Asgenne:

Shortcuts

Share