Tolasa Chala

Tolasa Chala Jirra Bullee Barii Arguuf... Yaa Nu'ii !

15/04/2026

ajaa'ibaa kanatti fayyadami qaxalee!✅
Daqiiqaa muraasa keessatti followers hedduu sassaabbattee baata!
Tarkaanfilee salphaa 5'n kana hordofuun, sa'aatii muraasa gidduutti jijjiirama guddaa argita:
1️⃣ LIKE: Jalqaba postii kana 'Like' godhi.
2️⃣ COMMENT: Namoota as jalatti comment godhan, comment isaanii 'Like' gochuun battalumatti 'Add' itti ergadhu.
3️⃣ ACCEPT: Namoota 'Add' sitti ergan yeruma sanatti Accept godhiif.
4️⃣ CANCEL: Namoota siif hin deebisne (hin fudhanne) irraa kaafadhu.
5️⃣ FOLLOW: Guyyaa guyyaan hiriyoota haarawa horachuuf FB koo kana follow taasisi.🙏

12/02/2026

Akkas kunoo👍


30/10/2025

Agartee? hojii waaqayyoo !!!
Waan hamaa nu gaadu baayyee bira nu dabarsee jira harki eegumsa waaqayyoo.
Faarfannaa Faarfattoota Oromoo
Dambalii Faarfannaa

03/05/2025

This is Perfect words my self ❤

07/03/2025

Gatiin biyyaa meeqa? .... Him !
Gaariin gaarummaa yaaduu qofa.

14/09/2023

Isa jiraataatti waan jirruuf; Afaan keenya guuttannee jirra jechuu dandeenya.👍

25/07/2023

koo, Waaqayyo boquu kee ol haa qabu!

Yaa qormaata biyya lafaa! Yaa rakkinaa! Yaa carraa! Akka hin taane nama gooti. Garuu inuma dabarti!

Fedhasaa Taaddasaa Guutaa jechuun:
- Gargaaraa piroofeesaraati (assistant professor).
- Barataa PhD ti
- Hayyuu qorannoofi qo’annoo addaa addaa hojjeteefi maxxansiise!
- Barreessaafi gulaalaa kitaabotaati
- Barsiisaa yuunivarsiitiitii Wallaggaati.
- Nama Akkaadaamii Afaan Oromoo gadi dhabuuf ifaajii guddaa taasisaa ture.
- Nama dhaloota meeqa ogummaa isaatiin gorsee gargaare!
- Nama kolfaafi tapha malee mataa buusuu hin beekne.
- Nama onneefi hamilee guddaa qabu
- Nama ijoollee sadii guddisu…

Nama akkasii kana qormaanni guddaan karaa maatiisaa itti dhufte. - giiftii haadha warraasaa, haadha ijoolleesaa dhibeen itti hammaatte. Dhibeen haammatte kun daangaa dabartee qaroo ijashee lamaan jaamsite.
Fedhasaan haadha warraasaa yaalsisuutti barnoota PhD addaan kute. Waan qabu hunda fixate. Hamileefi jabinni isaa ni tuqame.
Namni Oromoofi Oromiyaaf abdii, maatiisaaf utubaa ture kun har’a haala nama gaddisiisu keessa jira. Haadha warraasaa yaalsisuuf humna dhabe, ijoollee guddisuuf abdii dhabe. Gargaarsa keenya barbaada!

Waan dandeenyu gumaachinee yoo abdii taaneef hoo? Siif jirra yoo jenne hoo? Harkasaa yoo qabne hoo?

Fedhasaa Taaddasee Guutaa
CBE: 1000282203298
OB: 1124962800001
Awash Bank: 01320173994800
CBO: 1000038382849
Lakk. Bilbilaa: 0946677313

Galatoomaa!

06/04/2023

Meeshaa keessan Walaawwaladhaa🫡

Address

Debeso
Gimbi
MT

Telephone

+251910017318

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tolasa Chala posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Tolasa Chala:

Shortcuts

Share